𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia

𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia Sport

Mu'aaz Tamaam Viktor Gyokeres ⚽⚽🔥
23/08/2025

Mu'aaz Tamaam
Viktor Gyokeres ⚽⚽🔥

Ajaa'iba!Daalachaan hidhame jechuu dhagahaa jirraa,dalachaan balleessaa namaan alaa maal balleesse?Namni tokko tokko bag...
14/08/2025

Ajaa'iba!

Daalachaan hidhame jechuu dhagahaa jirraa,dalachaan balleessaa namaan alaa maal balleesse?

Namni tokko tokko baga qabamee hidhame Haadha namaa arrabsaa oolaa jedhu,ani kan jedhu seerrii Ethiopia🇪🇹 huni ilmaanuma Oromoo irratti hojjataa?

Yoni Manyaan wanti inni hin arrabsin jiraa? Haadha namaa Amantiin nama sabaaf sablammiin inni hin arrabsin jiraa?

Biyyatti diina Oromoo taate tana keessa burraaqaa ture,seerichi kuni isarratti hin hojjatuu?🙉

Kana yoo jedhu Daalachaan sirrii hojjate jechuu kiyyaa miti, wal qixxummaan biyya san keessatti maa dhabameedha

Yuunivarsitiin Minisootaa damee Itiyoophiyaa barattoota isaa sadarkaa adda addaatiin eebbisiisaa jira.Sirni eebbaa kunis...
14/08/2025

Yuunivarsitiin Minisootaa damee Itiyoophiyaa barattoota isaa sadarkaa adda addaatiin eebbisiisaa jira.
Sirni eebbaa kunis Hoteela Sharaatanitti kan gaggeeffamaa jira,Masha Allah Barumsi dhuma hin qabu,

Haa barannu📖

04/03/2024

Arjaan kennaa hin quufne Arsenal 5🖐️ arjoomee jira😅🤣

02/09/2023

Sagantaa Eebba Barattootaa Markaza -Hijraa
Guyyaa 04-13-2015 Godina Baalee Magaalaa Alii.

Warri Dubai hedduu galatooma,Dargaggeessa jaba Mohaammed Firaan Deksiso Uffata kabajaa akkana uffisuu keessaniif🙏
04/08/2023

Warri Dubai hedduu galatooma,Dargaggeessa jaba Mohaammed Firaan Deksiso Uffata kabajaa akkana uffisuu keessaniif🙏

16/07/2023
Mohaammed  Deksiso HIN DUUE  Nagahaan koottu❤️🙏💚
16/05/2023

Mohaammed Deksiso HIN DUUE Nagahaan koottu❤️🙏💚

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category