Bahar Gadaa ITF

Bahar Gadaa ITF Si fayyadullee yoon dadhabe is miidhu

12/07/2026

Gowwummaafi hayyuummanis
Abbaa qabdi quba qabaadhu

17/05/2026
09/10/2025

146 Followers, 217 Following, 452 Likes - Watch awesome short videos created by Bahar

Itti yaaduu gaafata murteessuun dura
28/05/2024

Itti yaaduu gaafata murteessuun dura

Gaarii yaadduus hammeenyan  maqaa kee yoo dhahanis dhugaa kee ukkamsani shiraan maqaa kee xurreessanis dhugaan hin badu ...
28/05/2024

Gaarii yaadduus hammeenyan maqaa kee yoo dhahanis dhugaa kee ukkamsani shiraan maqaa kee xurreessanis dhugaan hin badu
Dhugaan galgala galti.

Badhaatuu dachee oromiyaa haadha gootoota lafa albuudaa
10/05/2024

Badhaatuu dachee oromiyaa haadha gootoota lafa albuudaa

Yaa rabbi nuuf laaffisi gufuu fi gufaata nurraa qabi
09/05/2024

Yaa rabbi nuuf laaffisi gufuu fi gufaata nurraa qabi

09/05/2024

Yòo si miidhe kan si fayyadu fakkaate
Yoo si nyaate si arraabee
Deemsaaf talbaa tahee yoo mucucate
Rabbiin kee siif jira abdadhu uumaa ke

Address

Oromiya
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bahar Gadaa ITF posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share