Oduuwwan ispoortii meetii

Oduuwwan ispoortii meetii Sport news, events and all in one

Deeggartoonni mana united tapha kaleessaa irratti karra eegaa isaanitiin ati piitar shimaayikili eessatti dhukkattee amm...
05/10/2025

Deeggartoonni mana united tapha kaleessaa irratti karra eegaa isaanitiin ati piitar shimaayikili eessatti dhukkattee amma deebitee jedhaniiti faarsaa turan

Haalli Arsenal bara kana ittiin deemaa jiruu baayee nama ajaa'ibsiisa. Tapha 7 hanga ammaa taphateen 5 yo moo'atu 1moo'a...
05/10/2025

Haalli Arsenal bara kana ittiin deemaa jiruu baayee nama ajaa'ibsiisa.
Tapha 7 hanga ammaa taphateen 5 yo moo'atu 1moo'amee 1n qixa baheera

Miidhaan Rodri irra gahe hangas mara yaaddessaa akka hin taanee dubbateera
05/10/2025

Miidhaan Rodri irra gahe hangas mara yaaddessaa akka hin taanee dubbateera

Deeggartoonni man united gahuumsa sanne lammens akkamitti xiinxaltan
05/10/2025

Deeggartoonni man united gahuumsa sanne lammens akkamitti xiinxaltan

Sadarkaa premierleague torbee torbaffaan booda
05/10/2025

Sadarkaa premierleague torbee torbaffaan booda

Aston villan 2:1 burnleyWolves 1:1 Brighton
05/10/2025

Aston villan 2:1 burnley
Wolves 1:1 Brighton

Newscastle galchii 2:0 n forest injifateera
05/10/2025

Newscastle galchii 2:0 n forest injifateera

Everton garee torbee darbee liverpool moo'ate crystal palacen daaressuun injifateera everton 2:1 palace
05/10/2025

Everton garee torbee darbee liverpool moo'ate crystal palacen daaressuun injifateera everton 2:1 palace

Man city brentfordn 1:0 n injifateera
05/10/2025

Man city brentfordn 1:0 n injifateera

Barcelonan dirree sevilla dhaqee burkutaa'ee deebi'e.4:1 moo'ame
05/10/2025

Barcelonan dirree sevilla dhaqee burkutaa'ee deebi'e.
4:1 moo'ame

Arsenal 2: 0 westham injifateera
04/10/2025

Arsenal 2: 0 westham injifateera

Man united 2:0 sunderland ijifateera
04/10/2025

Man united 2:0 sunderland ijifateera

Address

Oromia
Adama
METI

Telephone

+251956027871

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduuwwan ispoortii meetii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oduuwwan ispoortii meetii:

Share