08/05/2026
Arsenaal LOADING...........................
Arsenaal foddaa ganna GUDDAA ta'eef qophaa'aa jira, taphattoota gurguddoon mallatteessitoota haaraa cinatti GUURRUMMAAN akka eegamu Sky Sports gabaaseera. đź’°
Gaanars fiigicha Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irraa ÂŁ12M ol baankii godhaniiru. Jijjiirraan bahu waggootaaf baasii guddaa Arteta jalatti erga hojjetamee booda kitaabota madaaluuf akka FURTUUtti ilaalama. đź‘€
Arsenaal gara xumuraatti fiiguun isaa maallaqaan kilabicha GUDDAA guddiseera, yoo Budaapeestitti waancaa kana kaasan maallaqni badhaasa kana caalu sarara irra jira..............
Waanofii Abdu Es