Ayyuu HB

Ayyuu HB I β™₯️ MOM

Alhamdulillah for everything. πŸ™β™₯οΈπŸ™

Special Special Special Special πŸ’– ❀️ πŸ’“ Obbolleesa kiyya   baga gammadde baga nulle gammachiifte ilmaa biyya raabbii sii ...
25/08/2026

Special Special Special Special πŸ’– ❀️ πŸ’“
Obbolleesa kiyya baga gammadde baga nulle gammachiifte ilmaa biyya raabbii sii haa godhu congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations my brother πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ🦾🦾🦾

Bakka, namoota, rakkoolee illee irraa baqachuu dandeessa. Garuu sagalee sammuu kee keessaa jiru irraa gonkumaa baqachuu ...
25/08/2026

Bakka, namoota, rakkoolee illee irraa baqachuu dandeessa. Garuu sagalee sammuu kee keessaa jiru irraa gonkumaa baqachuu hin dandeessu.πŸ™β€οΈπŸ‘Œ

"Irra deebi'ee nan jedha: Eenyullee dhufee sioolchuu hin jiru. Nama dhufee si ooluuf jiru tokkichi, ati mataan kee qofa....
24/08/2026

"Irra deebi'ee nan jedha: Eenyullee dhufee si
oolchuu hin jiru. Nama dhufee si ooluuf jiru tokkichi, ati mataan kee qofa."πŸ™β€οΈπŸ™

Akkamitti akka namoonni yaadanyeroo hubattu waa'ee kee waan isaan yaadan faana hin dhiphattu!    πŸ™β€οΈπŸ™β€οΈ
22/08/2026

Akkamitti akka namoonni yaadan
yeroo hubattu waa'ee kee waan isaan yaadan faana hin dhiphattu!
πŸ™β€οΈπŸ™β€οΈ

Jumma Mubaarak πŸ€πŸ•Œβ€œGuyyaa Jummaa kana Rabbiin qalbii keenya nagaan haa guutu, cubbuu keenya nuuf haa araaramu, kadhannaa ...
21/08/2026

Jumma Mubaarak πŸ€πŸ•Œ
β€œGuyyaa Jummaa kana Rabbiin qalbii keenya nagaan haa guutu, cubbuu keenya nuuf haa araaramu, kadhannaa keenya nuuf haa qeebalu, rizqii keenya haa bal’isu, rakkoo fi dhiphina nurraa haa kaasu. Rabbiin maatii fi jaallan keenya hunda haa eegu; jireenya keenya keessatti barakaa, fayyaa, gammachuu fi milkii haa nuuf kennu. Guyyaa Jummaa kana rahmata Rabbii argannee, qalbii keenya zikrii isaatiin haa jiraachifnu. ο·Ί Nabiyyii Muhammad irratti salawaata haa baay’ifnu. Jummaa Mubaarak isiniif haa ta’u; Rabbiin waan gaarii hundaan isin haa qananiisu. πŸ€²πŸ½β€οΈπŸ•Œβ€
Gerjo Umer Murtii Gerjo Umer

17/08/2026

Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πŸ™β€οΈπŸ‘Œ...
18/07/2026

Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.
Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πŸ™β€οΈπŸ‘Œ
Hamza Tajudin
Abdulakim Mohammed Aliyyii

Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πŸ™β€οΈπŸ‘Œ...
18/07/2026

Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.
Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πŸ™β€οΈπŸ‘Œ
Hamza Tajudin
Abdulakim Mohammed Aliyyii

"Mul'anni kee kan ifa ta'u gaafaOnnee kee keessa ilaaluudandeesse gofaa dha."     πŸ‘Œβ€οΈπŸ™
17/07/2026

"Mul'anni kee kan ifa ta'u gaafa
Onnee kee keessa ilaaluu
dandeesse gofaa dha."
πŸ‘Œβ€οΈπŸ™

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayyuu HB posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share