Sport for general

Sport for general Odefannooo Spoortii Haarawa Dafee Akka isin Qaqqabu Yoo Barbaadan Pege kenya Follow Godha 🫶✍️✅

Galchii 140 biyya isaaf 🔥🔥Walumaa galatti bara jireenya isaa keessattiGalchii 1000 guutuuf 58 qofa hir'ata!Seenaa kubbaa...
06/09/2025

Galchii 140 biyya isaaf 🔥🔥
Walumaa galatti bara jireenya isaa keessatti
Galchii 1000 guutuuf 58 qofa hir'ata!

Seenaa kubbaa miilaa keessatti taphataan kana gochuu danda'e hin jiru, hin jiraatuus !

The Greatest Of All Time 🇵🇹🐐🔥Cristiano Ronaldo

Balloon do,or2025👈⏳⏰
07/08/2025

Balloon do,or2025👈⏳⏰

Badhaasa Waancaa Kilaboota Addunyaa🏆✅Kool Paalmeer taphataa cimaa dorgommichaa jedhamuun Cheelsiirraa badhaafame.✅Dizeer...
14/07/2025

Badhaasa Waancaa Kilaboota Addunyaa🏆

✅Kool Paalmeer taphataa cimaa dorgommichaa jedhamuun Cheelsiirraa badhaafame.

✅Dizeerii Duyee taphataa dargaggeessa cimaa jedhamuun PSG irraa filatame.

✅Goonzaaloo Gaarsiyaa goolii 4 galchuun Riyaal irraa badhaasa kophee warqii injifate.

Rooberti Saancheez gooli eegaa cimaa jedhamuun Cheelsirraa filatamaniru

Cuquliisoonni Mooticha ardii Awrooppaa PSG goolii 3 irratti roobsun kan salphisuun mootii kilaboota addunyaa bara 2025 t...
13/07/2025

Cuquliisoonni Mooticha ardii Awrooppaa PSG goolii 3 irratti roobsun kan salphisuun mootii kilaboota addunyaa bara 2025 tahaniru. 🌎 🏆.

Cheelsiin bara dorgommii kana waancaa Konforeensii Liigii Awrooppaa fi Waancaa kilaboota Addunyaa injifate.

Leenjisaan warra Cuquliisoota Enzoo Maareeskaan bara hojii leenjisummaa isa kan jalqabaan Cheelsii waliin waancaa 2x xumuraaf qaqaben waancaa 2x injifate.

Kool Paalmar tapha halkan har'a kana tapha xumura waancaan goolii 2x lakkoofsisun akkasumas kubbaa goolii mijjeesse laate asiin duratti seenaa Didier Drogba fi Edan Hazard galmeessan waliin qoodatte.

Kool Paalmar hanga ammaatti Cheelsii fi Maanchistar Siitii waliin taphoota xumura waancaa saddeet irratti hiriiree taphateen hirmannaa goolii 8 taasisu danda'eera

Real Madrid C.F. Waancaa kilaboota Adunyaatin 🏆B.Dortmandiin 3_2n injifachuun Gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffa...
05/07/2025

Real Madrid C.F. Waancaa kilaboota Adunyaatin 🏆B.Dortmandiin 3_2n injifachuun Gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffatera 🏆👈

P S N Waancaa kilaboota Adunyaa tiin Bayern Munich 2:0n injifachuuf gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffatera
05/07/2025

P S N Waancaa kilaboota Adunyaa tiin Bayern Munich 2:0n injifachuuf gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffatera

Taphataan Liivarpuul Diyaagoo Zhoottan du'aan addunyaa kanarraa boqate*******************Taphataan sarara fuulduraa gare...
03/07/2025

Taphataan Liivarpuul Diyaagoo Zhoottan du'aan addunyaa kanarraa boqate
*******************

Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaleessa Poorchuugaalii fi Liivarpuul Diyaagoo Zhoottan balaa konkolaata isa muudateen du'e.

Tibbana cidha isaarra kan ture dargaggeessi ganna 28 kun, balaa konkolataa Ispeen kutaa Zaamooratti isa muudateen du’uudha kan himame.

Obboleessi isaa Andiree jedhamus balaadhuma walfakkaataadhaan du'uun himameera.

Real Madrid Waancaa kilaboota Adunyaa Juventusin mo,achuun Gara Marsaa 8ffaati darbuu isaa mirkaneffatera
01/07/2025

Real Madrid Waancaa kilaboota Adunyaa Juventusin mo,achuun Gara Marsaa 8ffaati darbuu isaa mirkaneffatera

Taphoota Waancaa Kilaboota addunyaa eda taphatamaniin   fi   gara marsaa walakkaa xumuraatti yoo darban,  fi  ’n dorgomm...
01/07/2025

Taphoota Waancaa Kilaboota addunyaa eda taphatamaniin fi gara marsaa walakkaa xumuraatti yoo darban, fi ’n dorgommiin ala ta’aniiru.

Akkasuma morkiin har’a eegamu :

Real Madrid vs Juventus 👌

Maanchiistar Siitiifi Intar miilaan waancaa addunyaa irraa gaggeeffaman.Tapha marsaa 16n kilabni Inglaand Maanchiistar S...
01/07/2025

Maanchiistar Siitiifi Intar miilaan waancaa addunyaa irraa gaggeeffaman.

Tapha marsaa 16n kilabni Inglaand Maanchiistar Siitiin kilaba saa'uud Arabiyaa kan ta'ee Al Hilaal waliin taphavhuun galchii 4fi3n injifatamuun waltajjii kanaan ala ta'eera.

Akkasumas kilabni Itaalii Intar miilaan injifachuuf tilmaamni guddan kennamuufis kilaba Biraazil kan ta'ee Filuminiiseen galchii 2fi 0n injifatamuun innis waancaa kilaboota addunyaa kanatti nagaa dhaameera.

Tapha nuusa xumuraan kilabni Al Hilaal Filuminiisee waliin kan morkats ni taha.

Har'a galgala taphoonni waancaa kilaboota addunyaa kun itti fufuun yoo taphatamu taphni Riyaal Maadriid Juuveentus waliin taphatan hawwii guddaan ni eegama.

Halkan sa'aa 10:00 irraa eegaluun ammoo kilabni Jarman Doortimund kilaba Meeksikoo Moontireey waliin kan morkataniis ni taha .

kilaboota kana keessaa kan injifate tapha nuusa xumuraan kan waliin morkatan ni ta'aa.

✅Breaking New Cristiano Ronaldo  koontiraata haarawa hanga bara 2027 Al Naasir keessa isa tursiisu mallatteessee Jira.✍️...
26/06/2025

✅Breaking New Cristiano Ronaldo koontiraata haarawa hanga bara 2027 Al Naasir keessa isa tursiisu mallatteessee Jira.✍️

Mootichi kubbaa miilaa Kun Alnassr keessatti goolii 1000 n gahu male hin deemuu jedhee murtesera✍️

best photo editing
09/06/2025

best photo editing

Address

Cairo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sport for general posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share