Mame page

Mame page Informações para nos contatar, mapa e direções, formulário para nos contatar, horário de funcionamento, serviços, classificações, fotos, vídeos e anúncios de Mame page, Desporto e lazer, Ibiporã.

12/01/2023
21/10/2022
21/10/2022

Bara Shanan dabre qofa keessatti beektota biyyaan deemaa turan namoota bakka bu’aa hin qabne meeqatama dhabneerraa yaadadha!!!
Isaan guyyaa isaaniitu teenyaan deeman nuuf ammoo mallattoo qiyaamaati
Yaa beekaa Yaa wallaalaa yeroon amma keessa jirru tun dur daran yeroo ulagaa isaa eeggatanii duaayii jabeeffatan keessa jirra
Namuu waan isaaf laafeen toltuu dalaguudhaan Rabbiin biraa araarama haabarbaaddannun jedha.
Isinhoo akkam jettan?

11/05/2021

የዜግነት መብታችንን ለማንም አሳልፈን አንሰጥም!
*********************************************
Mirga lammumma keenya eenyuufu dabarsinee hin laannu !
***************************************************
በዛሬው ዕለት በ አብዮት አደባባይ የተጠራው የ ጎዳና ላይ እፍጣር በአዛጋጅ ኮሚቴዎች አስፈላጊው ቅድመ ዝግጅት ሁሉ ተጠናቆ ሊከናወን ጥቂት ሰዓታት ቀርቶታል :: ፕሮግራሙ በራሱ የሰላም የፍቅር መገለጫ መሆኑ እንደተጠበቀ ሆኖ ይበልጥሰላማዊ የሀገራችንን መልካም ገፅታ ለዓለም በሚያሳይ መልኩ ይከናወን ዝንድ ሁሉም የበኩልን ጥረት ማድረግ አለበት::
ከዚህ ተቃራኒ የሚደረግ ማንኛውም እንቅስቃሴ ኢትዮጵያውያን ሙስሊሞችን የዜግነትን ጥያቄ የእኩልነት ጉዳይ ጥያቄ ውስጥ የሚከት እና ለ ሌላ የትግል ምዕራፍ የሚጋብዝ ስለሆነ ለሁሉም አይበጅም::
ለሰላም እና አንድነት ሲል መብቱ ሲገፋ በትእግስት ያሳለፈ ህዝብ ክብር ከመስጠት ይልቅ ይበልጥ መብት አልባ ለማድረግ ተጨማሪ ርቀት የሚኬድ ከሆነ ለሰላም ብሎ ያለፈውን መብት ጨምሮ እስከ ጥግ ተጉዞ ሙሉ መብቱን ለማስከበር በሙሉ ልቡ እና በሙሉ ሐሳቡ መንቀሳቀስ ብቸኛው መፍትሔ ነው :: የጋራን ጥቅም በጋራ ለማስከበር በአንድ መንፈስ ከመንቀሳቀስ ይልቅ ሌላውን ጨፍልቆ ራሱን ብቸኛ ባለመብት ለማድረግ በሙሉ ስሜቱ በቁርጠኝነት የሚንቀሳቀስን አካል ወደ ጋራ ጥቅም መመለስ የሚቻለው ሙሉ መብት ለማስከበር እስከ ጥግ በመጓዝ እንጂ መብትን አሳለፎ በመሰጠት አይደለም::
ይሄው ነው !
Guyyaa hara’aa dirree warraaqsaati(masqalaatti)sagantaan afxrii Daandii koree qindeessituutin qophiin isaa xumuramee gaggeeffamuf sa’aati muraasatuhafe. Kayyoon saganticha nageenyaafi jaalala labsuu ta’uu wajjin daran miidhagee bifaa midhagaabiyyatti addunyaati ibsu akka danda’utti hundinu gahee isaa bahuu qaba. Sochiin Fallaa kanaa godhamu kamuu walqixummaafi abbaa biyyummaa ummata Islaamaa gaafii keessa waan galchuuf fudhatama hin qabu. Kana caalaammoo ummaticha qabsoo sadarkaa biratiif waan affeeruuf hunduma keenyaafu gaarii hinta’uu. Ummata Tokkummaafii nageenyaaf jecha mirgi isaa yeroo dhiibamu obsaan dabarsuu kabajuu manna daran mirga isaa sarbuuf socho’uun mirga isaa obsaan eeggatuuf akka kutatee lafaa ka’u affeera. Faa’ida walootiif socho’uu manna kan biraa ukkaamsee of qofaaf jiraachuuf qaama socho’uu garaa gidduutti fiduun kani danda’amuu mirga guutuuf qabsaahuudha .
Kanuma!

Endereço

Ibiporã, PR
86031-610

Notificações

Seja o primeiro recebendo as novidades e nos deixe lhe enviar um e-mail quando Mame page posta notícias e promoções. Seu endereço de e-mail não será usado com qualquer outro objetivo, e pode cancelar a inscrição em qualquer momento.

Compartilhar

Categoria