26/08/2026
AMBO SUMMER CUP 2018
Ispoortii Gannaa [ Ambo Summer Cup 2018 ] Magaalaa Ambootii Gageffama ture xumura argate.
Gareewwan 14 gidduutti ji'oota Lamaaf geggeeffamaa kan ture taphni kubbaa Miilaa Ambo Summer Cup 2018 shaampiyoonummaa Garee Kubbaa Miilaa "Wallaggaa Safer" jedhamuun goolaba argate.
π· Sola Man Yooyyaa