Oromia Gunners Fan Base

Oromia Gunners Fan Base Football fans entertainment��

11/30/2024

A dominant London derby win ⚡️

11/30/2024

⚫️ 𝗧𝗘𝗔𝗠𝙉𝙀𝙒𝙎 🔴

🇪🇸 Raya between the sticks
🇮🇹 Jorginho in midfield
🇧🇪 Trossard returns out wide

Let’s do this - COME ON YOU GUNNERS 👊

🔴⚪️
11/26/2024

🔴⚪️

Arsenal put on a show 🔥

Hirriirri keenya hardha galgalaa kana fakkaata😍.Odegaard deebi’ee jira✊🏽. Carraa gaarii Garee keenya jaalatamaaf hawwina...
11/10/2024

Hirriirri keenya hardha galgalaa kana fakkaata😍.

Odegaard deebi’ee jira✊🏽.
Carraa gaarii Garee keenya jaalatamaaf hawwina🔴⚪️🔥🔥

11/10/2024

Gaafa Yeroo dhumaatiif Chelsean Arsenal dirree ofiirratti moote,

Haile Maariyaam mangistii xoophiyaa ture 2018😂

Yoom Arsenal deeggaruu jalqabde? Arsenal sababa maaliif filannoo kee ta’e? Comment keessan hundaa ni dubbifna nuuf barre...
11/09/2024

Yoom Arsenal deeggaruu jalqabde?
Arsenal sababa maaliif filannoo kee ta’e?

Comment keessan hundaa ni dubbifna nuuf barreessaa galatoomaa🙏. 🔴⚪️

Hardhas hin taane.Rakkoon Arsenal maal jettanii yaaddu?
11/06/2024

Hardhas hin taane.

Rakkoon Arsenal maal jettanii yaaddu?

It ends in a narrow defeat in Milan.

Thank you for your support tonight, Gooners.

Carraa gaarii🔴⚪️
11/06/2024

Carraa gaarii🔴⚪️

🔴 𝗧𝗘𝗔𝗠𝙉𝙀𝙒𝙎 ⚪️

🔙 White returns
©️ Saka skippers the side
💪 Odegaard back in the squad

Full focus for 90 minutes 👊

https://arsn.al/HnXhd2S

Dursaan keenya Martin Odegaard miidhamarraa deebi’e♥️🔴⚪️
11/05/2024

Dursaan keenya Martin Odegaard miidhamarraa deebi’e♥️🔴⚪️

🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Daarektarri kubbaa miilaa Arsenal kana ta’e Edun Arsenal gadi lakkisee deemuuf jedhame.
11/04/2024

🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Daarektarri kubbaa miilaa Arsenal kana ta’e Edun Arsenal gadi lakkisee deemuuf jedhame.

Carraan premier league injifachuu keenya raawwaterra fakkaata, tapha fokkataa ture.😡
11/02/2024

Carraan premier league injifachuu keenya raawwaterra fakkaata, tapha fokkataa ture.😡

Hiriira keenya hardhaa. Qaqalloo ijoollee Arsenal mirgaan galaa😍✊🏽  🔴⚪️
11/02/2024

Hiriira keenya hardhaa. Qaqalloo ijoollee Arsenal mirgaan galaa😍✊🏽 🔴⚪️

Address

Houston, TX

Telephone

+17133915577

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Gunners Fan Base posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Gunners Fan Base:

Share

Category