Wushu is my life

Wushu is my life Wushu Kung-Fu Martial Art 🇨🇳
KUNG-FU is my Hobby ☯️
Sport team

Giddugala  Leenjii Maarshaal Aartii Wushu Kung-Fu Abdii Boruu chachoo Bitootesa 6-2018Sirna Eebba Guddaa Galmaa  Univars...
13/03/2026

Giddugala Leenjii Maarshaal Aartii Wushu Kung-Fu Abdii Boruu chachoo
Bitootesa 6-2018
Sirna Eebba Guddaa Galmaa Univarsitii Amboo kampasii Hacaaluu Hundeessaa kessaati haala adda ta`een qophaa`ee jira.
Jaalattoonni Maarshaal Aartii hundi keessan akkasumas Hawaasni magaalaa Amboo fi nannawaa ishee akkasumas kan biyyoota garagaraa hirmaachuu akka dandeessan affeerraa guddaa isiniif taasisneerra.
💥

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wushu is my life posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share