17/02/2024
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu.
Oduu gammachiisa.!
Kabajamtoota fii jaalatamtoota ummata muslimaa Aanaa Jaarsoo fii naannawa isii hundaaf.
Godina harargee bahaa Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Gooroo keessatti sagantaa muhaadaraa eeyba maaddaa haraashii bifa addaatiin gaggeessuuf haal duree hunda xumurreeti jirra.
Sagantaa kana irratti Ulamaa'onni Rabbii gurguddoon ni argamu.
Isaan keessa kanneen akka
♦️Sheek Muussa Su'aala
♦️Sheek Aliyyi Fallaana
♦️Sheek Amiin Ibroo
♦️Sheek Mohammed Arrooylee
♦️Sheek Jamaal Haajii
♦️Sheek Yaassin Mohammed
♦️Sheek Nuiree Taraaraa
Yoom kana qofa munshidoonni biyya keenya bebeekkamooniis ni argamu
Isaaniis
♦️Sheek Abdoosh Aliyyi
♦️Nejaash Mohammed
♦️Anas Mohammed fii kanneen Birootiis Keeysumoonni Hedduun Fedhii Rabbiitiin Ni Argaman.
♦️Kanaafu Umanni muslima Aanaa Jaarsoo hundi dhuftanii qooda akka irra fudhatan maqaa Rabbii guddaatiin isin affeerree jirra.
Guyyaan sagantaa guyyaa alhadaa gurraandhala 10 bara 2016
Hijraa Shaabana 8 bara 1445
Akka faranjiitti February 18 2024
Koottaa Harka keenya Banannee Isin Simannaa.
An hin hafu ati hin hafin
Haftee hin sheenaawin.!
Galatoomaa!!