Federeeshinii Kubbaa Miilaa Go/Sh/K/Lixaa

Federeeshinii Kubbaa Miilaa Go/Sh/K/Lixaa Social media

Kilabiin B/M/Tajii Tapha isaa jalqabaa injifate
10/08/2026

Kilabiin B/M/Tajii Tapha isaa jalqabaa injifate

CONGRA TOLE!
10/08/2026

CONGRA TOLE!

07/07/2026

"CAF" iyyata galfachu qaba "FIFA" tti taphni daqiiqaa 80' tti Africa dhaaf akka xunuramu nama jechisisaa waancan Addunyaa bara 2026 Africa dhaaf.

07/07/2026

Egypt 1-0 Argentina
45' half time

13/06/2026

Amma ammaatti biyyi Afrikaa tokko illee waancaa addunyaa kubbaa miilaa dhiiraa hin fudhanne.
Milkaa'ina guddaan biyyoota Afrikaa muraasni galmeessan:
⚽️Morocco – bara 2022 keessatti semi-final ga'e (Afrikaa keessaa yeroo jalqabaaf).
⚽️Cameroon – bara 1990 quarter-final ga'e.
⚽️Senegal – bara 2002 quarter-final ga'e.
⚽️Ghana – bara 2010 quarter-final ga'e.

WAANCAA ADDUNYAA BARA 2026 KANAA BIYYI AFRIKAA QABXII GAARII GALMEESSITU EENYU LATA?

12/06/2026

Ayi Tramp! Waanca addunyaa bara 2026 gaggeesummaa biyoota sadiitin ta'aa jiruun Tramp biyyoota adda addaatti bowoo mataa ta'aa jira......Jaarsa basbasa kana waan hunda keessaa isa hin dhabanii.

Wal dorgommiin liigii 1ffaa Oromiyaa Ramaddii 'E', Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Haramayaatti geggeeffamaa ture xumurame....
08/04/2026

Wal dorgommiin liigii 1ffaa Oromiyaa Ramaddii 'E', Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Haramayaatti geggeeffamaa ture xumurame.

1'ffaa Dheeraa
2'ffaa Gooroo
3'ffaa Tullu Boolloo
4'ffaa Oolancitii

WELL COME BACK! Kilaboonni Kubbaa Miilaa  Godina Sh/Ki/Lixaa bakka buutanii  jechuun  kilaba Harbuu Culullee  fi kilabni...
02/04/2026

WELL COME BACK! Kilaboonni Kubbaa Miilaa Godina Sh/Ki/Lixaa bakka buutanii jechuun kilaba Harbuu Culullee fi kilabni Ammayyaa waldorgommii kubbaa miilaa liigii olaanoo Oromiyaa Mattutti dorgomamaa tureen Haalota ulfaatoo keessa dabartanii akkasumas aarsaa kaffalamuu qabu kaffaltanii, waan dandeessan hunda gootanii jirtu kanaaf, immoo galata guddaa qabdu haaluma kanaan, guyyoottan dorgommii keessan xumurtanii baga nagaan gara Magaalaa keessanitti nagaan deebitan isiniin jenna.

02/04/2026

With Federeeshinii Kubbaa Miilaa Go/Sh/K/Lixaa – I've just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

Torbee 6ffaa Liigii 1ffaa Oromiyaa Ramaddii E Haromaayaatti har'a dorgomameen Tulluu Boolloon morkataa isaa yoo injifatu...
02/04/2026

Torbee 6ffaa Liigii 1ffaa Oromiyaa Ramaddii E Haromaayaatti har'a dorgomameen Tulluu Boolloon morkataa isaa yoo injifatu, Gooroon Qixa baheera.

Qabxii Taphoota Torbee 6ffaa
Olancitii 1-1 Gooroo
Tulluu Boolloo 3-0 Baabbilee

Dheeraa , Gooroo fi Tulluu Boollon qabxii 10 qixaan 1 hanga 3ffaa yoo qabatan, Olanciitiin qabxii 9n 4ffaa fi Magaalaan Baabbileen qabxii 8n sadarkaa 5ffaa irratti argama .

Address

South West Shoa Zoe
Woliso
1212

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Federeeshinii Kubbaa Miilaa Go/Sh/K/Lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Federeeshinii Kubbaa Miilaa Go/Sh/K/Lixaa:

Shortcuts

Share