Garuma Diribi Abebe

Garuma Diribi Abebe NO PAIN NO GAIN!! Studied at Haramaya University

calendar gaafa Irreechaa akka cufamu ta'uun natti toleera❤
22/08/2026

calendar gaafa Irreechaa akka cufamu ta'uun natti toleera❤

Kilabii bulchiinsa magaalaa Baallammii fi Hurutaa jidduutti taphni eegaleera.Midakoo milkaa'aa❤❤!
20/08/2026

Kilabii bulchiinsa magaalaa Baallammii fi Hurutaa jidduutti taphni eegaleera.
Midakoo milkaa'aa❤❤!

Otoo isin abdannuu bishaan nu jala yaastaniree?😁😁Waan gootaniif isintu beekaka.Garuu imaanaa biyyaa gatuu fi ganuun hin ...
29/07/2026

Otoo isin abdannuu bishaan nu jala yaastaniree?😁😁
Waan gootaniif isintu beekaka.Garuu imaanaa biyyaa gatuu fi ganuun hin cimuu yaa 70??

26/07/2026

gaaffii salphaa:garaagarummaan natti barfate fi natti guyya'e jedhamuu maali?

17/07/2026

Daandii Gudar-Waayyuuf Sagalee yaa taanu!

11/07/2026

"Tulluu Ormi itti Sagadu ollaan jala qotata" jedhan

27/06/2026
baga geesse yoo jedhan akka keetti😁😁😁😁😁!
27/06/2026

baga geesse yoo jedhan akka keetti😁😁😁😁😁!

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garuma Diribi Abebe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garuma Diribi Abebe:

Shortcuts

Share