Maatii Cheelsii

Maatii Cheelsii Peegiin kun deggartoota cheelsiif edeeffannoo waytawaa kilabichaa faana bu' ee dhiyeessaaf

Mucaan kun Leester siittii irraa gara cheelsitti deeb'uuf jetti Oduun!yaada keessan
20/01/2024

Mucaan kun Leester siittii irraa gara cheelsitti deeb'uuf jetti Oduun!
yaada keessan

20/01/2024
20/01/2024

Oduu Jijjiirraa Taphattootaaa
Cheelsiin Raafaa’eel Liya’oo mallatteessisuuf gara paawundii miiliyoona 100 dhiyeessuuf qophaa’ee ture. Liya'oon ganna bara 2023 Cheelsiin dinqisiifamaa akka ture himamaa ture garuu erga baatii Adoolessaa as goolii liigii tokkollee hin galchine>

maal jettu maatiin Cheelsii

14/01/2024

peegii like share godhaa hordofaa

16/06/2023

Andiree Saantoos
Taphattoota sarara gidduu Cheelsii bara dhufu Mauricio Pochettino itti dhiyeenyaan hordofamu keessaa tokko yoo ta'u, akeekni isaa kaardii Viizaa US erga argateen booda garee jalqabaa waliin taphachuudha. Hanga ammaatti wabii hin qabu garuu, Saantoos bara dorgommii duraa irratti "qoramuu" qaba, garee tokkoffaaf darbuuf qormaatatu isa eeggata.
Roomaanootu gabaase

share ,like, subscribe godhaa
20/11/2022

share ,like, subscribe godhaa

Oduu durii nama bashannansiisu

harka fuune akkam jirtu hordoftoota fuula deggartoota Cheelsii(Afaan Oromoo)!akkuma beekamu Waancaan Addunyaa bara 2022 ...
17/11/2022

harka fuune akkam jirtu hordoftoota fuula deggartoota Cheelsii(Afaan Oromoo)!
akkuma beekamu Waancaan Addunyaa bara 2022 biyya Kaataaritti geggeeffamu jalqabuuf guyyoota muraasatu hafe. hamma taphni piriimerliigii ingliiiz deebuttu odeeffanno tapha geeba Addunyaan walqabatu hamma danda;een gara Afaan oromootti jijjiiree isiniif dhiyeessuuf qophii xumureera. kanaafuu, page kana like share gochuun namoota biroo afaan ingliiz hin dhageenye biraan naaf gahaa!

Galatoomaa!!!

Well done 👍 the blues!!!
16/10/2022

Well done 👍 the blues!!!

Cheelsiin leenjisaa Biraayten kan ture Giraam Pooter leenjisaa haaraa gochuun muudeera
08/09/2022

Cheelsiin leenjisaa Biraayten kan ture Giraam Pooter leenjisaa haaraa gochuun muudeera

Address

Shashemene

Telephone

+251925690259

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maatii Cheelsii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maatii Cheelsii:

Share