Oromoo Deggartoota YNWA LFC$

Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง liverpuul mootii England ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง
โž•You'll Never walk Aloneโž•

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†:โœ…๏ธ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteesseera.!
30/08/2026

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†:

โœ…๏ธ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteesseera.!

๐Ÿšจ Akka gabaasa Sacha Tavolieri-tti, Liiverpuul goolkiperii haaraa Lucca Brughmans mallatteessisuuf kilaba Genk waliin wa...
30/08/2026

๐Ÿšจ Akka gabaasa Sacha Tavolieri-tti, Liiverpuul goolkiperii haaraa Lucca Brughmans mallatteessisuuf kilaba Genk waliin walquunnamtii kallattii kilaba irraa gara kilabaati taasisaniiru.

Yoo Mamardashvili gara Nottingham Forest deeme, Liiverpuul Brughmans amma mallatteessisuu ykn boodarra bara 2027 irraa kaasee akka itti makamu madaalaa jiru. Mariin/waliigalteen kilaboota lamaan jidduu jiru itti fufeera. ๐Ÿงค

Bifa kanaan kan falmatu ta'a Liverpool
29/08/2026

Bifa kanaan kan falmatu ta'a Liverpool

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†: โœ…๏ธ Ramaddiin Champions league baheera.โœ…๏ธ Kilaboonni Liivarpuul waliin taphatan beekamaniiru.!
27/08/2026

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†:

โœ…๏ธ Ramaddiin Champions league baheera.
โœ…๏ธ Kilaboonni Liivarpuul waliin taphatan beekamaniiru.!

Goota gaafa mara Heki ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท
20/08/2026

Goota gaafa mara Heki ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†: โœ…๏ธ Brighton gaafii Liivarpuul Yakuba Minteh mallatteessifachuuf dhiheesse kuffise.โŒ๏ธLiivarpuul taphataa sarar...
20/08/2026

๐Ÿšจ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†:

โœ…๏ธ Brighton gaafii Liivarpuul Yakuba Minteh mallatteessifachuuf dhiheesse kuffise.
โŒ๏ธLiivarpuul taphataa sarara fuulduraa qarqara mirgaa kana fudhachuuf ยฃ50m dhiheesse, Brighton balbalarratti deebise.
โœ…๏ธMinteh 'n Liivarpuulitti makamuu barbaada kilaboonni lamaan waliigaluun garuu murteessaadha.!
โœ…๏ธMinteh amma miidhama torbee 8'f dirree irraa isa fageessu qaba.

[David Oirneston]

Arsenaal Ezrii Koonsaa fudhachuuf paawondii miiliyoona 50n waliigale.
19/08/2026

Arsenaal Ezrii Koonsaa fudhachuuf paawondii miiliyoona 50n waliigale.

๐ŸŸข Sadio Manรฉ hojii tola ooltummaa isaa itti fufeera!Taphataan biyya Senegaal, Sadio Manรฉ, biyya isaa Senegaal keessatti,...
19/08/2026

๐ŸŸข Sadio Manรฉ hojii tola ooltummaa isaa itti fufeera!

Taphataan biyya Senegaal, Sadio Manรฉ, biyya isaa Senegaal keessatti, magaalaa Kaasaamaas keessatti pirojektii agro-industirii guddaa tokko irratti hojjechaa akka jiru gabaafameera.

Manรฉ dhaabbata guddaa maqaa โ€œBambali Agro-Industrial Parkโ€ jedhuun waamamu kana keessatti oomishaalee fuduraa oomishuun jiraattota magaalichaa biraan akka gaโ€™uuf hojjechaa jira.

Akka gabaasameetti, lafti heektaara 500 isaaf kan kenname yoo taโ€™u, waggaatti tonii 50,000 ol fuduraa oomishuuf karoorfameera.

Pirojektiin kun keessumaa dargaggootaaf carraa hojii uumuu irratti kan xiyyeeffate yoo taโ€™u, yeroo guutummaatti hojii jalqabu, namoota 2,500 taโ€™aniif carraa hojii akka uumu ni eegama.

๐Ÿ‘ Sadio Manรฉ dirree kubbaa qofa irratti osoo hin taane, hawaasa isaa gargaaruudhaanis fakkeenya gaarii taโ€™aa jira!

๐Ÿšจ : โœ…Liivarpuul sarara gidduu irratti Kurtis Joonsan bakka bu'uuf Adam Waartoon akka galma guddaatti adda baaseera! ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ...
19/08/2026

๐Ÿšจ : โœ…Liivarpuul sarara gidduu irratti Kurtis Joonsan bakka bu'uuf Adam Waartoon akka galma guddaatti adda baaseera! ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ๐Ÿฆ…

โœ… Hubadhaa Diimaan Joons har'a gara Interitti jijjiirraa isaa ifatti erga xumuree booda mala jalqabaa qopheessaa jiru.

โœ…Kiristaal Paalaas yeroo hunda kaffaltii guddaa kan gaafatu yoo ta'u, Liivarpuul garuu amma marii kallattiin banuuf qophii ta'eera.

โœ…Taphataan kun boordii biratti dinqisiifannaa guddaa qaba. โณ๐Ÿ”ด( Fabrizio Romano ) Gabaase.

๐ŸšจLivarpuul Ibraahim Mbaayee fudhachuuf dhimma dhuunfaan waligalteera gahaniiru.Livarpuul taphataa kana kontiraata waggaa...
17/08/2026

๐ŸšจLivarpuul Ibraahim Mbaayee fudhachuuf dhimma dhuunfaan waligalteera gahaniiru.

Livarpuul taphataa kana kontiraata waggaa shaniin fudhachuuf waligaleera.

Mibayeen gara Baayeer Livarkuusen imaluuf feedhii hin qabu filannoo isaa Livarpuul taasiseera.

Livarpuul Barkolaa fi Mbayee lamaan isaani fudhachuu barbaada.

Livarpuul taphatoota lamaan kanaa waliin waligalteera gahus mariin kilabii isaanii PSG waliin taasisan ni eeggama.

Address

Deggartoota Liverpool
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share