Ibsaa Guutamaa

Ibsaa Guutamaa Waaqa Amanadheen Ofirratti Hirkadheen As Gahe!

29/05/2026

What a generation?

DHUGAA LAMMII ISHEE DHUKSUUN ISHEE DHOKSE.🌍 Afrikaa: Ardii Baay'ina Qabdu Garuu Sagalee Dhabde! 🌍Baay'ina uummata adduny...
20/05/2026

DHUGAA LAMMII ISHEE DHUKSUUN ISHEE DHOKSE.🌍 Afrikaa: Ardii Baay'ina Qabdu Garuu Sagalee Dhabde! 🌍

Baay'ina uummata addunyaa keessaa 19.1% (Biliyoona 1.58) ardii keenya Afrikaa keessa jiraata! Biyyoonni akka: 🇳🇬 Naayijeeriya (Miliyoona 242) 🇪🇹 Itoophiyaa (Miliyoona 139) 🇪🇬 Masrii (Miliyoona 120) humna qabeessummaa keenya agarsiisu.

Garuu Haqni Adunyaa Eessa Jira? 🤔 Kaawunsiliin Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii (UNSC) waggaatti dhimmoota mariyatu keessaa 60% dhimma Afrikaati. Haata'u malee, Afrikaan bakka bu'aa sagalee murtii qabu tokkollee achi keessaa hin qabdu! Dhimma keenya nu malee murteessu!
Hiyyummaan keessoo fi hoggansi badaan humna keenya nu jalaa laamshessee, adunyaarrattis sagalee akka hin qabaanne nu taasiseera.

# Ardii keenya kanaan "Ardii Cubbamtuu" jechuun ni danda'ama moo Rakkoon keenya Hoggansadha?

Jarri Kun Immoo Yoom Dhufuu Finfinnee. Suuraa waliin kaanaa?
18/05/2026

Jarri Kun Immoo Yoom Dhufuu Finfinnee. Suuraa waliin kaanaa?

Barri Kunis Ni Darbeem
16/05/2026

Barri Kunis Ni Darbeem

12/05/2026
12/05/2026

Erga Dirqamaan Dhaqxee Baga Rafte Wal Hafixxuu

09/05/2026

Hin kolfinaa

05/05/2026

Dhugeeffannaa Horomoo! Ajaayiba Abbaa Sirriitti Dhaggeeffateef.

23/04/2026

Nisa abbaatii keessan eessaa akka dhofte qoradhaa. Dhala joonjee.

Address

Birbirsa Gooroo
Oromia Region
6571

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsaa Guutamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ibsaa Guutamaa:

Share