Neva manche

Neva manche Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Neva manche, Sports Team, Nekemte, Nekemte.

Dave gea is back πŸ™
23/02/2026

Dave gea is back πŸ™

Torban 10'f mucaa adagamaa kana sababa miidhama dirree irraa in fagaata.Isanni jaratti lamaan ishee foqossiiseef mortuut...
27/01/2026

Torban 10'f mucaa adagamaa kana sababa miidhama dirree irraa in fagaata.
Isanni jaratti lamaan ishee foqossiiseef mortuutu dheengadda itti moree.
Amma dhuftutti in yaadamta.
dorgu

βœ”οΈ Cool palmer Manchester United makamuuf fedhii akka himamaa jira.βœ”οΈ An utuu gara old traford baayyeen gammada.βœ”οΈ Isin ...
27/01/2026

βœ”οΈ Cool palmer Manchester United makamuuf fedhii akka himamaa jira.
βœ”οΈ An utuu gara old traford baayyeen gammada.
βœ”οΈ Isin maal jettu ? Yaada keessa comment godhaa.

Rifeensa kukkutuun itti fufe manche wajjiinπŸ’ͺ
26/01/2026

Rifeensa kukkutuun itti fufe manche wajjiinπŸ’ͺ

26/01/2026
Gaafan Dirree keessatti Si argu daqiiqaan Manchester united Dawwachuuf qabaadhu na jalaa yarata! Tooftaa fi hamileen ati...
19/01/2026

Gaafan Dirree keessatti Si argu daqiiqaan Manchester united Dawwachuuf qabaadhu na jalaa yarata! Tooftaa fi hamileen ati ittiin kubbaa sossobdu, Namusni kee inni Tuqamte tuqamuu kee ciniinnattee dhokfattu santu Na Marara! Gaafan Hiriiraa taphatoota Manchester united keessa Si dhabu humna sodaatu na weerara! Waan ati qofti waa faluu dandeessu natti fakkeessa! Ijaafin Si sassata! Miidhama keen sodaadhaa!

Gurraacha koo!

18/01/2026
𝐌𝐚𝐚𝐲𝐒𝐀𝐒𝐒π₯ 𝐊𝐚𝐚𝐫𝐒𝐒𝐀: tapha darbii boruu ilaalchisuun ergaa deeggartootaaf dabarsan"Peep Gaardiyoolaa fi Maanchistar Siitii...
17/01/2026

𝐌𝐚𝐚𝐲𝐒𝐀𝐒𝐒π₯ 𝐊𝐚𝐚𝐫𝐒𝐒𝐀: tapha darbii boruu ilaalchisuun ergaa deeggartootaaf dabarsan

"Peep Gaardiyoolaa fi Maanchistar Siitii boru tapha baayyee barbaachisaa ta'e irratti simannaa. Taphi kun jalqabi haaraadhaaf carraa ajaa'ibaati."

"Deeggaraa, taphataa ykn miseensa garee yoo taate taphoota akkanaa ilaaluuf kilabii kana keessa jiraatta."

"Ooldiraafoordii fi addunyaa irratti isin bakka bu'ee 𝐭𝐚𝐩𝐑𝐚𝐜𝐑uun kabaja argadheera, kanaaf dhiibbaa deeggarsi keessan garee kana irratti qabu nan beeka. Jaalalaa fi fedhiin keessan gara fuulduraatti nu oofa."

"Maan Yunaayitid sadarkaa hundi keenya barbaannutti ceesisuuf waliin dhaabbannee falmuu qabna." Jedhee ture akkuma dubbate jabaatee dhabbatee falme nu argisiiseera.

Leenca ko har'a onnee na seenteetta jabaadhu,milkaa'i, darbii deemi ammayyu.
deggeruun ittuma fufa. Nagaan bulaa.

17/01/2026

Namoonni tokko tokko hospitaaluma si godhanii caba yaada si biratti fayyanii badu.

Gammachuu daangaa darbe
17/01/2026

Gammachuu daangaa darbe

Kilaba kana kan jijjiiruu danda'uu yoo jiraate tokkoof tokko...hin jiru dhugaadha.
11/01/2026

Kilaba kana kan jijjiiruu
danda'uu yoo jiraate tokkoof tokko...
hin jiru dhugaadha.

Address

Nekemte
Nekemte

Telephone

+251916652487

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Neva manche posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Neva manche:

Share

Category