Ilu Abba Bor Zone Education Office

Ilu Abba Bor Zone Education Office Quality Education For all.

19/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Shuki Man, Girma Dibaba Kumsa, Hayile Gurmeessa Marga

18/06/2016ILUUN Gootuma DuruuIlu Abbaa Boor 3 Magaalaa Naqamtee 0Waldorgommii ispoortii Menneen Barnootaa Magaalaa Baatu...
26/02/2024

18/06/2016
ILUUN Gootuma Duruu
Ilu Abbaa Boor 3 Magaalaa Naqamtee 0
Waldorgommii ispoortii Menneen Barnootaa Magaalaa Baatuutti taasiaamaa jiruun wal morkii kubbaa miillaa dhiiraa Magaalaa Naqamtee fi Godina IAB gidduutti taasisameen Godini keenya Magaalaa Naqamtee 3 : 0 Mooneera.
Baga Gamadne.

Guyyaa 13/06/2016Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Aallee MB Bu'uura Boruu Kichuu Bara kana eebbifamee hojii jalqabe.
20/02/2024

Guyyaa 13/06/2016
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Aallee MB Bu'uura Boruu Kichuu Bara kana eebbifamee hojii jalqabe.

Guyyaa 13/06/2016Ergama Gumii Tiraansfoormeeshinii Barnootaa irratti ka'ame galmaan ni Geenya.Aanaa Aalleetti Mana Barum...
20/02/2024

Guyyaa 13/06/2016
Ergama Gumii Tiraansfoormeeshinii Barnootaa irratti ka'ame galmaan ni Geenya.
Aanaa Aalleetti Mana Barumsa Sad.1ffaa Oongaa tti lafti ijaarsa mana jireenyaatiif kennamee Mandara Barsiisotaa hundeefamee dha.

20/02/2024


12/06/2016

Hoggansa Barnootaa , Barsiisota , Maatii Barattoofi Barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa Oromiyaa hundaaf.
Akkam Jirtan?

ilaalchisee gamanummaa qophiin akka taasiftan isin beeksifna.

- Bara Barnootaa 2016 akka Naannoo Oromiyaatti,
;
Dhiirri - 386,703,
Dubartiin - 345,540,
waliigala barattootni kutaa 6ffaa 732,243 yeroo duraatiif qoruumsa Naannoo ni fudhatu.
Biiroon Barnoota Oromiyaa hir'ina dhiyeessii kitaabaafi muuxannoo dhabuu barattootni qormaatichaarratti qaban yaada keessa galchuu, bara kanaaf akka shaakalaaf(ka'umsaaf) ta'u bara duraa kanaaf qofa Qoruumsi Naannoo Kutaa 6ffaa Gosa Barnoota Shan qofa akka ta’uufi qabiyyeen isaas kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'u ta’uu isin beeksisina .

'u;
1.Afaan Dhalootaa
2. Afaan Ingilizii
3.Herrega
4.Saayinsii Naannoo
5. (Barnoota Gadaafi Safuu )
immoo, 26-30/2016 ta’a.

- Barattoota 2016 Qormaata Naannoo Fudhatan Ilaalchisee;
Barattootni Qormaata Fudhatan
- Dhiirri 347,313
- Dubartiin 323,963
Waliigala barattooni 671,276 qoruumsa naannoo bara 2016 ni fudhatu jedhamee eegama.
Qoruumsi kutaa 8ffaatis qabiyeen isaa kan kutaa 8ffaa keessaa qofa kan qophaa'u yoo ta'u ,

3-7/2016 ta’a .

Kutaa_8ffaa keessaa_qophaa'us;
1.Afaan Dhalootaa
2.Afaan Lammaffaa
3.Afaan Ingilizii
4.Herrega
5.Saayinsii Hawaasaa
6.Saayinsii Waliigalaa
7.Barnoota gosoota hunda galaa (Gadaa fi Lammummaa ) ta'uu gamanumaa isin beeksifna.
Maatiin, Barsiistoniifi hoggansi barnootaa kana beektanii barattoota keenya akka qopheessitan dursinee isin hu bachiisaa, barattootnis haaluma kanaan qoohii akka gootan
Isin hubachiifna.

Biiroo Barnootaa Oromiyaa.
Guraandhala 12/2016
FINFINNEE

18/02/2024
Gurraandhala 8/2016BureeGodina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bureetti leenjiin barsiisotaa mataduree "Idaa irraa gara Horataatti...
17/02/2024

Gurraandhala 8/2016
Buree
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bureetti leenjiin barsiisotaa mataduree "Idaa irraa gara Horataatti" jedhuun kennamaa ture bakka Bulchaa Godina obbo Indaalkaachoo Tafarii fi Itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa damee Godina IAB fi Bakka bu'aan BBO Obbo Admaasuun argamanitti sirna ho'aa ta'een xumuramee jira.

Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Hurrumuutti Leenjiin barsiisotaa   guyyoota shaniif kennamaa ture barsiisoota baraa darbee ...
17/02/2024

Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Hurrumuutti Leenjiin barsiisotaa guyyoota shaniif kennamaa ture barsiisoota baraa darbee bahaniif Bullukoo kabajaan uffisuun goolabame
Galatni Barsiisota keenyaaf ni mala.

  Guyyoota shanan darbaniif kennamaa ture guyyaa har'a sagantaa addaattin goolabameera.   09/2016 Godina Iluu Abbaa Boor...
17/02/2024

Guyyoota shanan darbaniif kennamaa ture guyyaa har'a sagantaa addaattin goolabameera.

09/2016


Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Hurrumuutti leenjiin barsiisota hunda hirmaachise kilastaroota lamaa irratti mata duree "Ba'aa irraa gara horataatti " jedhu irratti kennamaa ture guyyaa har'aa sirna midhagaa fi kabajaa barsiisotaa haala ibsuun sirna ho’aa ta'en guyyaa har'a xumurama jira.

Address

Ilu Abba Bor
Mettu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilu Abba Bor Zone Education Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category