31/10/2021
Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n injifateera. Dorgommii Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa gaggeeffamaa jiruun Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Jiibuutii garaagarummaa goolii hedduun injifateera.