Falmata voice of Gaza

Falmata voice of Gaza Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Falmata voice of Gaza, Sports, Harer, Harerge.

23/02/2026

👉Balbalti Rizqii teeti Amumatti siif haabanu ilaahin!!!
👉Aamiiiiiiiin jattu male bira hin kutin!

22/02/2026
  baga baati kabajamtuu fi Jaalatamtuu ji'a Araarama hijra 1447ttin isin gahee Ramadan barana kan milkii kan Araarama ka...
17/02/2026


baga baati kabajamtuu fi Jaalatamtuu
ji'a Araarama hijra 1447ttin isin gahee
Ramadan barana
kan milkii
kan Araarama
kan Gammchuu
kan Jaalala
kan baraka
kan imanaa
kan yaada fi muradnii kessan kessatti isiinif guutamuu Rabbin nuf ha tasisuu

14/02/2026

Cufti keenyaahu oggaa gama Rabbii deemnu okkalaatuma deemna.
Namni Tokkolleen akka Rabbiin jaalatutti diriiree ka deemu hin jiru.
Salaata ,Zikrii ,qaraatii Qur’aanaati fi ibaadaa adda addaatiin gama Rabbii ni tarkaanfanna.
Eegana fayyuma Rabbiin nuuf kanneen daangaa isaa dabarreetii dilii isatti hojjanna.
Ammaas deebinee araarama isa gaafanne karaa isaa diriiraa irra okkalaa yaana..!
Yeroo hunda haalli keenya akkanuma..!!

Hin hifatin ,sheeyxaanni sin injifatee garaa sin murachiisin.
Rabbiin nama gama isaatti achi deemu osoo bakka deemuuf sanillee hin dheeynee if duuba achi hin deebisu osoo shorroqaatillee taatee ittuma fufi.
Rabbiin dilii cufa ni araarama ,nama gama isaa Towbatu gammachuun qeebala ,nama dalagaa gaarii dalagatu cufa ni jaalata.
Lubbuu tee hin tuffatin dilii keessa jirtu lakkisuudhaaf tattaafadhu.
Rabbiin kee yeroo hunda si jaalata ,akka ati gama isaa deebituuf si eegaa jira.
Yeroo hunda ati Rabbi biratti qeebalamaadha.
Ilaa yoom…?! Nama murannaa qabu tahi gama Rabbii keetii achi tarkaanfadhu.

Akkamitti akka umriin gabrichaa jalaa hatamtu ni beeytaa..?!
Osoo boruun eega ja’uti guyyaa keessa jiru irraa dagata.
Osuma inni akkana ja’uti umriin isaa jalaa dhumti.
Eegana harki isaa haala kheeyrii hundarraa qullaa taheen Rabbi qunnama.
Nama akkanatti kheyrii irraa qullaa tahee Rabbi qunnamurraa Rabbiin nun godhin.

1️⃣Ajaja Nabiyyii  Rabbii ﷺ nu ajaje Hadiisa  Bukhaarii fi Muslimوَاللَّهِ إِنِّي لَأَسْتَغْفِرُ اللَّهَ فِي الْيَوْمِ أ...
13/02/2026

1️⃣Ajaja Nabiyyii Rabbii ﷺ nu ajaje
Hadiisa Bukhaarii fi Muslim
وَاللَّهِ إِنِّي لَأَسْتَغْفِرُ اللَّهَ فِي الْيَوْمِ أَكْثَرَ مِنْ سَبْعِينَ مَرَّةً

Nabiin wallaahi Rabbiin isiiniif kakadha ani guyya tokkotti si’a yeroo 70 ol araarama kadhadha.” jedhee yaa Rabbi waan nabiin keenya nuuf dhaame kana anaa fi obboleeyyaan kiyyaaf laaffisi

  wal qabatu .====Ji’a Ramadaanaa 1447 Kibxata Galgala  29 Sha’ban 1447 Gurraandhala 17 bara 2026 Qorannoon Ji'a Ramadaa...
13/02/2026

wal qabatu .
====
Ji’a Ramadaanaa 1447 Kibxata Galgala 29 Sha’ban 1447 Gurraandhala 17 bara 2026 Qorannoon Ji'a Ramadaanaa Ni gaggeeffama jedhamee jira.

Inside the Haramain

Address

Harer
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmata voice of Gaza posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Falmata voice of Gaza:

Share

Category