13/06/2025
Badhaadhina jachuun hojiidha
Badhaadhina jachuun qabatama
Badhaadhina jachuun ifaajjiidha
Badhaadhina jachuun sababa
Badhaadhina jachuun nageenya
Badhaadhinni kan hunda keenyaati
Kanaafuu Badhaadhinaa wajjiin kara fuulduraatti haa yaanu