Diddimtu Star

Diddimtu Star https://youtube.com/?si=NwlWV0Ubcz3OsXjZ YouTube kenyaa subscribe godhaa
(3)

Qabbanarraa jirtuu😎 warri 🇰🇼 fi 🇸🇦fi🇶🇦 Akkkm jirtan😁 Diddimtu Star
30/08/2026

Qabbanarraa jirtuu😎 warri 🇰🇼 fi 🇸🇦fi🇶🇦 Akkkm jirtan😁 Diddimtu Star

30/08/2026
Magaalota Dabbaal kana kessaa kan hafan Commenti jala kayaa mee 🙏?Diddimtu Star  Star
29/08/2026

Magaalota Dabbaal kana kessaa kan hafan Commenti jala kayaa mee 🙏?Diddimtu Star Star

Magaalaa harar magaalaa baredduu 👌
29/08/2026

Magaalaa harar magaalaa baredduu 👌

Nama jaalalaafi kabajaa barsiisaa ofii beku jachuun akkana barataan kiyya tokkotu arra   Nagodhe 🥰 galatomi bro naaf jir...
28/08/2026

Nama jaalalaafi kabajaa barsiisaa ofii beku jachuun akkana barataan kiyya tokkotu arra Nagodhe 🥰 galatomi bro naaf jiraadhu Ilyaas kiyya 💪 Diddimtu Star👌

Gurawa gaara mullataa 🥰
27/08/2026

Gurawa gaara mullataa 🥰

Higaawoo Birraa Oromiiyaa jarri maalirra gahan gabaas akka hin dagannegaa ok 👌Diddimtu Star
27/08/2026

Higaawoo Birraa Oromiiyaa jarri maalirra gahan gabaas akka hin dagannegaa ok 👌
Diddimtu Star

ZAHRAAN moo’atte! 🏆🥊Lolli jalqabaa mo’icha Zahratiin xumurame!Dorgommii ETFC 2, kan yaadannoo injifannoo Adwaa kabajuuf ...
27/08/2026

ZAHRAAN moo’atte! 🏆🥊

Lolli jalqabaa mo’icha Zahratiin xumurame!

Dorgommii ETFC 2, kan yaadannoo injifannoo Adwaa kabajuuf haala ho’aa fi miidhagaa ta’een gaggeeffamaa jiruun, lolli dubartootaa Muay Thai kan namoonni hedduun hawwiin eegaa turan ifatti xumurameera.

Lola dorgommii cimaa fi teeknika hedduu qabu kana keessatti, loltuun fi jiddutti gaggeeffameen injifannoo Zahraan xumuramee jira.kanaanis injifannoo galgalaa isa jalqabaa galmeessiteetti!

Baga gammadde Zahraa! 🎉🏆

Magaalaan tun Essa? mee naaf himaa yaa dhiiro 🥰Diddimtu Star
27/08/2026

Magaalaan tun Essa? mee naaf himaa yaa dhiiro 🥰
Diddimtu Star

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Diddimtu Star posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share