Waldaa Leenjistoota Worlid Teekwaandoo Harargee Bahaa

Waldaa Leenjistoota Worlid Teekwaandoo Harargee Bahaa Peejiin kun guddina maarshaal Aartii worlid teekwaandoo irratti odeeffannoo fi beekuumsa adda adda

15/09/2022
Akkam jirtan jaalatamtoota miseensoota waldaa Leenjistoota worlid Teekwaandoo harargee bahaa fi jaallattoonni Ispoortii ...
14/08/2022

Akkam jirtan jaalatamtoota miseensoota waldaa Leenjistoota worlid Teekwaandoo harargee bahaa fi jaallattoonni Ispoortii keenyaa hundi keessaniyyuu bakka jirtanitti nagaan isiniif haa baay'atu.

Oolmaa guyyaa har'aatiin, KHR fi hooggantoonni waldaa keenyaa marii gaggeessaa kan turan yoo ta'u, dhimmoota ijoo ijaarsa waldaa kanaa fi guddina ispoortii irratti qabxiilee murteessoo ta'an erga lafa kaa'anii booda, Asxaa waldaa keenyaa akka ta'uuf Loogoo kana filateera.

Qabxiilee lafa kaa'amanis yeroo dhihootti gara hojmaataatti jijjiiruuf namni miseensa waldaa kanaa ta'e kamiyyuu dammaqinaan hirmaachuu akka qabu dhaamame.

leenjistoonni heyyama malee bakka adda addaatti leenjisaa jiraniis ulaagaa barbaachisu guutuu qabu jedhame.
Akkasumas Leenjistoota Miseensa waldaa kanaa ta'aniif uunkaan foormii itti guutan qophaa'uu akka qabus murtaa'e.
Kanneen qabxiilee har'a dubbataman keessaa muraasa. Kanneen hafan immoo yeroo gabaabaatti isin bira gaha.
Galatoomaa.

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Leenjistoota Worlid Teekwaandoo Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waldaa Leenjistoota Worlid Teekwaandoo Harargee Bahaa:

Share