31/08/2026
๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ ๐ฎ๐ฌ๐ญ๐ด ๐๐๐ถ ๐๐ฒ๐ฑ๐ฒ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐ต๐ถ๐ป๐ถ๐ถ๐ป ๐๐๐ฏ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ถ๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฟ๐ผ๐บ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ผ๐ฟ๐ด๐ผ๐บ๐บ๐ถ๐ถ๐๐๐ฎ๐ป ๐ต๐ฒ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐ด๐ผ๐น๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐ข๐ฟ๐ผ๐บ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ด๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐๐๐ถ ๐ด๐ฎ๐ด๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐๐ป ๐๐ถ๐น๐ฎ๐ฏ๐ผ๐ผ๐ป๐ป๐ถ ๐ณ๐ถ ๐๐ฎ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐ฎ๐ฟ๐บ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ด๐ฎ๐ฑ๐ถ๐ถ ๐๐ฒ๐ฒ๐ฏ๐ฎ ๐ถ๐ป๐ท๐ถ๐ณ๐ฎ๐๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ๐ฟ๐.
Liigii 1ffaan Oromiyaa Ramaddiiwwan 5tti qoodamuun goleewwan Oromiyaa garaagaraa irratti gaggeeffamaa tureera.
Ramaddii A Nageellee Booranaa irratti gaggeeffameen Kilabiin Kubbaa Miilaa ๐๐ข๐ฐ๐๐๐ฒ ๐๐ฎ๐ ๐๐๐ sadarkaa 1ffaan goolabe.
Ramaddii B magaalaa Shaashamannee irratti gaggeeffameen Kilabii Bulchiinsa Magaalaa ๐๐๐๐๐๐ Waancaa injifateera.
Ramaddii C Magaalaa Shaambuu irratti qophaayeen kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ก๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ sadarkaa 1ffaan goolabe.
Ramaddii D Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuu irratti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ค๐ค๐๐ Waancaa injifachuun goolabe.
Ramaddii E Magaalaa Haramayaa irratti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ก๐๐๐ซ๐๐ sadarkaa 1ffaan goolabe.
Shaampiyoona Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Kilaboota 20 gidduutti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข shaampiyoona ta'uun goolabeera. Liigii 1ffaa Oromiyaa irraa kilaboonni 8 gara Liigii Olaanoo Oromiyaa bara 2019tti ol guddataniiru.
Liigii Olaanoon Oromiyaa ramaddii 2tti qoodamuun marsaawwan lamaan gaggeeffamaa kan ture yoo ta'u, ramaddii A irraa Kilabiin Godina Booranaa sadarkaa 1ffaan yoo goolabu, ramaddii B irraa Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Mattuu sadarkaa 1ffaan goolabe. Booranaa fi Mattuun walitti dhufuun Kilabiin ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ง๐๐ rukuttaa peenaalitii adda baastuun ๐๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ injifachuun Shaampiyoona Liigii Olaanoo Oromiyaa ta'uun goolabe.
Piriimiyeer Liigiin Oromiyaa marsaan jalqabaa Asallaa irratti marsaa 2ffaan ammoo Naqamtee irratti yoo gagheeffamu, morkii ajaa'ibsiisaafi haalaan deeggartoota bohaarsaa ture ta'uun ni yaadatama. Piriimiyeer Liigiin Oromiyaa erga hundeeffamee waggaa 2ffaa yoo ta'u, ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐จ๐จ tti aansee Shaampiyoona Piriimiyeer Liigii Oromiyaa kan ta'e Kilabii Bulchiinsa Magaalaa ๐๐๐ง๐๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ ti. Kilaboonni sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa bahan hirmaannaa Shaampiyoona Kilaboota Naannolee Itoophiyaa kan argatan yoo ta'u, Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa kilaboota 2 gara Liigii Biyyaaleessatti ol guddusuu danda'eera. Dorgimmichaan Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ข๐ฆ๐๐ข๐ข Shaampiyoon Kilaboota Naannolee Itoophiyaa yoo ta'u, Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐๐ข๐ซ๐ฑ๐ข๐ข sadarkaa 4ffaan goolabe.
Liigii Gadaa guddattoota Umurii 17 gadiin Gareen Kubbaa Miilaa ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ ๐๐ ๐
๐ Shaampiyona ta'uun goolabeera.
Dorgommii Liigii Dubartootaan ammoo Akkaadaamiin ๐๐ฆ๐๐จ ๐๐จ๐๐ฅ ๐
๐ข๐๐ Shaampiyoona
dorgommichaa ta'uun xumure.
Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Ormiyaa 24ffaa Magaalaa Baatuu Gareewwan 58 gidduutti gaggeeffameen bakka bu'aan Godina Arsii Lixaa Gareen Kubbaa Miilaa ๐๐จ๐๐๐ ๐๐ฎ๐ซ๐จ๐จ Shaampiyoona ta'uun yoo goolabuu, Gareen Kubbaa Miilaa ๐๐ฌ๐๐ง๐๐๐๐๐จ๐จ sadarkaa 2ffaa, Gareen Kubbaa Miilaa ๐๐จ๐จ๐ ๐ข๐ฌ๐จ๐จ sadarkaa 3ffaan goolabe. Gareewwan 58 keessaa gareewwan 16 hirmaannaa Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019 mirakaneeffatanii jiru.