Mamush Dstv

Mamush Dstv Odeeffannoolee Taba Kubbaa : Primier League, Champions League, FA Cup, La Liga...

Carraa Gaarii ! መልካም እድል ! Good Luck !👉 https://bit.ly/GoodLuck4u👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿
22/10/2024

Carraa Gaarii ! መልካም እድል ! Good Luck !

👉 https://bit.ly/GoodLuck4u

👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿

  Sabtii arraa Sa'aatii 11:00 irratti Manchester United ifi Newcastle United taba isaanii waan gaggeessaniif jecha qabxi...
10/09/2021


Sabtii arraa Sa'aatii 11:00 irratti Manchester United ifi Newcastle United taba isaanii waan gaggeessaniif jecha qabxii isaanii comment jalatti tilmaama godhaati yoo sirritti arkattan kaardii mobaayilii qarshi 100 badhaafamaa.
Gursum keessatti taba kana daawwachuu yoo barbaaddan nu bira koottaa.
Mamush Dstv
Gursum- Magaalaa Jimaa
Mobile: 0915009939

Tabba Kubbaa Adduunyaatiif  Calallii Godhamaa Jiru Keessatti  Galgala Jum’aa Sa'aati 4:00 irratti GHANA fi ETHIOPIA taba...
01/09/2021

Tabba Kubbaa Adduunyaatiif Calallii Godhamaa Jiru Keessatti Galgala Jum’aa Sa'aati 4:00 irratti GHANA fi ETHIOPIA taba isaanii ni taasisan.Kanuma hordofuun warra biyya keessaa jiruuf Mamush Dstv warroota qabxii GHANA fi ETHIOPIA tilmaame sirritti arkatuuf kaardii Mobile qarshii 100 ni badhaasa. Kanaafu , tabni kuni osoo hin eegalin duraratti tilmaama qabxii keessanii comment keessatti barreessaa. Yeroo tabni xumurame comment keessan ilaallee nama sirritti arkate hunda kaardii Mobaayilii yerooma sanitti ni guunnaaf. Fakkeenyi deebisa keessanii Ghana 1 – Ethiopia 2 ykn Ghana 3 – Ethiopia 2 , … bifa kanaan tilmaama qabxii isaani barreessuu dandeessan.
Hubachiisaa : Eegaa tabni eegale booda comment yoo barreessitan badhaasa hin qabdan .
CARRAA GAARII .
Kana malees warroonni Aanaa Gursum keessatti jirtan taba kana DStv dhaan daawwachuu yoo barbaaddan Lakkoofsa Moobaayilii 0915009939 irratti nuuf bilbiluu ni dandeessan .
Mamush Dstv

Cristiano Ronaldo gara Manchester United itti deebi'uun isaa Galgala kana beekkamee jira. Manchester United is delighted...
31/08/2021

Cristiano Ronaldo gara Manchester United itti deebi'uun isaa Galgala kana beekkamee jira.

Manchester United is delighted to confirm the signing of Cristiano Ronaldo on a two-year contract with the option to extend for a further year, subject to international clearance.
Mamush Dstv

28/08/2021
Sagantaa Taba Primier League Torbaan 3ffaa
28/08/2021

Sagantaa Taba Primier League Torbaan 3ffaa

Address

Chat Station
Gursum
3200

Telephone

+251915009939

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mamush Dstv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mamush Dstv:

Shortcuts

Share

Category