Carcar Isport

Carcar Isport Ispoortiin qaama keenya haa jabeessinuu sochiin ispoortii jabina qaamaa keenyaf murteessaadha
(1)

🟢Fenarbaacheen Moo Saalaa fudhachuuf cimsanii hojechaa jiru. Kilabiin Tuurk kun kontiraata waggaa sadii Paawondii miliyo...
12/05/2026

🟢Fenarbaacheen Moo Saalaa fudhachuuf cimsanii hojechaa jiru. Kilabiin Tuurk kun kontiraata waggaa sadii Paawondii miliyoona 17 isaaf argamsiisu akka qopheessanii fi bakka buutota Saalaa waliin marii akka eegalan himameera.

04/01/2026

Big shout out to my newest top fans! Yoomilan Melaku, Anabar Bedeno, Abdiisa Girmaa, Sadik Milkii, Sharif E Roba, Sanyii Addisu, Sharukan Abbas, Umer Bsirti, Abdii Ekitike, Jote Z Chelsea, Tofa Seya Eticha, Blâck Lifê, Abdurazaaq Isaaq, Dono Giíí, Ąbűũ Kee, Bayan Abdosh, Faamii Mohammed, Melaku Eshetu, Taajuddiin Aadam Mummad, Yoni Feyera, Habiibunajaar Abdurahman, Of-taanee Jimmansaa Baqqalaa Fufaa, Mohammednur Abdella, Gaddisa Gonfa, Maafuuz Ahmedo, Oliifan Abraahim Oro, Gemechis Tadese, Kalid Man, Gemechis D Abdisa, Jirraa Hundaa Baachaa, Ibrahim Muktar, Chala Birhanu, Dawit Shula, Shaffeey Kalif Abdusalam, Fame Abdi, Sagni Juwane, Fikade Geda, Garree Usmail, Qanqee Bilisummaa, Abul Hikma, Fiiroom Fiiraa, Man Press Habiibii, Ati Anaaf Waa Hunda

Taphni Har'a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegamaTaphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan tap...
04/01/2026

Taphni Har'a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama

Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama.

Har'a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Liidis Yuunaayitiid Maanchiister Yuunaayitiid waliin morkata.

Sa’aatii 12:00 jalqabee morkiin Eevartan – Bireentifoord, Fuulhaam – Liiverpuul, Niwuukaasiil - Kiristaal Paalaas, akkasumas Tootenhaam - Sandarlaandi waliin taasisan ni eegama.

Galgala sa’aatii 2:30 eegalee taphni guddaan torbichaa Maanchiister Siitiin kilaba Lixa Landan Cheelsii keessummeessu hawwiin eegama.

Maanchiister Siitiin garaagarummaa Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf, Cheelsiin ammoo sadarkaa isaa fooyyeffachuuf falmii cimaa taasisuun eegama.

Kilaboonni lamaan taphoota waltajjiiwwan adda addaarratti hanga ammaatti waliin taphatan 180 keessaa Siitiin yeroo 67 yoo injifatu, Cheelsiin yeroo 71 injifachuun olaantummaa qaba.

Taphoota 42 ammoo qabxii qooddataniiru.

06/12/2025

Big shout out to my newest top fans! Jirraa Hundaa Baachaa, Abdiisa Girmaa, Sanyii Addisu, Sharukan Abbas, Jote Z Chelsea, Tofa Seya Eticha, Blâck Lifê, Abdurazaaq Isaaq, Dono Giíí, Ąbűũ Kee, Bayan Abdosh, Faamii Mohammed, Melaku Eshetu, Taajuddiin Aadam Mummad, Yoni Feyera, Habiibunajaar Abdurahman, Yoomilan Melaku, Of-taanee Jimmansaa Baqqalaa Fufaa, Mohammednur Abdella, Gaddisa Gonfa, Maafuuz Ahmedo, Oliifan Abraahim Oro, Gemechis Tadese, Anabar Bedeno, Kalid Man, Gemechis D Abdisa, Sadik Milkii, Ibrahim Muktar, Sharif E Roba, Chala Birhanu, Dawit Shula, Shaffeey Kalif Abdusalam, Fame Abdi, Sagni Juwane, Fikade Geda, Garree Usmail, Qanqee Bilisummaa, Umer Bsirti, Abul Hikma, Fiiroom Fiiraa, Man Press Habiibii, Abdii Ekitike, Ati Anaaf Waa Hunda

03/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Gaaddisa Bilisummaa, Zedo Intalaa Shashee, CHeneka Etana Biyena, Muslim Mohammed-Sani, Abduroo Hamad, Ramadan Halake

  Lamine Yamal toora Miidiyaa hawaasaa Instagram isaatiin Mark Kukurella Unfollow godheera. 😱🥲
26/11/2025

Lamine Yamal toora Miidiyaa hawaasaa Instagram isaatiin Mark Kukurella Unfollow godheera. 😱🥲

26/11/2025

"Esteefawoon miidiyaa hawaasaa hin fayyadamu" Maareeskaa.

Leenjisaan Cheelsii Eenzoo Maareeskaan taphataan garee isaanii Esteefawoon amala addaa akka qabu dubbataniiru.

"Inni nama bara ammaa hin fakkaatu, miidiyaa hawaasaa hin fayyadamu, bilbila yeroo maatiin isaa bilbilaniif qofa kaasee haasa'uu qofaaf fayyadama" jedhaniiru.

.💙Cheellaa 'Hangmaan :✔️Piriimiyerliigii Ingilaandi sadarkaa 2ffaa kan dhuunfate✔️Woolvihaampitoniin irratti galchiiwwan...
08/11/2025

.
💙Cheellaa 'Hangmaan :
✔️Piriimiyerliigii Ingilaandi sadarkaa 2ffaa kan dhuunfate
✔️Woolvihaampitoniin irratti galchiiwwan 3 lakkoofsisuun qabxii 3 kan argate.
✔️Taphoota gosa hundaa 4 walitti aansuun Woolvihaampitoniin kan injifate.
✔️Piriimiyerliigii Ingilaandi taphoota sadi walitti aansuun Woolvis injifate galchiiwwan 12 kan lakkoofsise.
✔️Piriimiyerliigii Ingilaandi bara dorgommii kana taphattoota gara garaa 12'n galchiiwwan kan lakkoofsise
✔️Piriimiyerliigii Ingilaandi bara dorgommii kana galchiiwwan 21 kan lakkoofsisuun kan dursu.
✔️Alehaandiroo Gaarnaachoo kubbaawwan lama mijeessee, Meesiinhoo Sekondiiwwan harca'an keessatti 1 mijeessee.
✔️Maaloo Guutsoo, Jaa'oo Peedroofi Peedroo Neetoo taphattoota kubbaawwan mijaa'an gara galchiitti jijjiiran.
🫰Yaa Salaam



💙Pride of London Chelsea

'FIFA'n badhaasa nageenyaa kennuufi.Pirezidaantiin 'FIFA' Jiyaanii Infaantiinoo sirna ramaddii baasuu Waancaa Addunyaa 2...
05/11/2025

'FIFA'n badhaasa nageenyaa kennuufi.

Pirezidaantiin 'FIFA' Jiyaanii Infaantiinoo sirna ramaddii baasuu Waancaa Addunyaa 2026 irratti badhaasa 'FIFA Peace Prize' ni kennina jedhan.

Badhaasni kun namoota nageenya keessatti tokkummaa uummata addunyaa hundaaf gumaachaniif beekkamtii kennuuf kan qophaa'e ta'uu ibsan.

Badhaasichis Mudde dhufu Ameerikaa 'Washington DC' tti kennama.

Madda: The Athletics

  garee biyyaalessa Biraazil irraa waamchi dhiyaateef.Taphataan sarara gidduu Liivaarpuul duraanii  Faabinihoo  yeroo ja...
05/11/2025

garee biyyaalessa Biraazil irraa waamchi dhiyaateef.

Taphataan sarara gidduu Liivaarpuul duraanii Faabinihoo yeroo jalqabaaf erga bara dorgommii 2022tii waamichi garee biyyaalessaa taasifameefi jira.

Taphataan kun yeroo amma liigii Saa'uud Arabiyaa keessa kilaba Al Itaahad keessa taphachaa jira.

Address

Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Carcar Isport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category