14/03/2026
✍️ Halkan kun Halkan Max Dowman jedhamuun labsameera. Mucaa qimamii Akkamiiiiiiiiti, Qabxii sadan akka dammaa mi'ooftu kan Everton harka laqaaqee irraa nuuf buuse mucaa ol guddataa Max Dowman jedhamu kanaadha 🤣
Deeggartoonni Arsenaal baga gammaddan baga walumaan gammanne, Arsenaal biyya, Biyyaan immoo hin qoosamu 👏