Sosia Gym House

Sosia Gym House Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sosia Gym House, Sport & recreation, Wollega, Ch'efe Donsa.

Sin Eebbisa ani har'a   Simboofi Ayyanaan,si Eebbiseera,nagaafi tasgabbiin si eebbiseera,ulfinaaf humnaan sii eebbiseera...
09/11/2025

Sin Eebbisa ani har'a
Simboofi Ayyanaan,si Eebbiseera,nagaafi tasgabbiin si eebbiseera,ulfinaaf humnaan sii eebbiseera,Eebba waaqarraafi lafarraan sii eebbiseera ,eebba hin dhumne maqaa yesuusiin fudhadhu.

Dhimma maqaa dhooftee manaa baate sanatti milkaa'ii gali.
08/11/2025

Dhimma maqaa dhooftee manaa baate sanatti milkaa'ii gali.

03/06/2024

“Waaqayyo gooftaan murtoo isaa isa dhokatee jiru hojjetoota isaa warra raajotatti utuu hin mul'isin, tokko illee hojii irra hin oolchu.”
— Amo. 3:7

08/04/2023
05/04/2023


Eebba Kitaabota "UTUBAA" fi "ABJUU DHUGOOME" Guyyoota 4 tu hafe

Address

Wollega
Ch'efe Donsa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sosia Gym House posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share