Robe town football club

Robe town football club Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Robe town football club, Sports Team, Robe, Bale.

19/02/2026
Dorgommii Liigii Oromiyaa 1ffaa                  Bul/Mag/Roobeeti~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~🏆   baniinsaa dorgommii L...
01/01/2023

Dorgommii Liigii Oromiyaa 1ffaa
Bul/Mag/Roobeeti
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
🏆 baniinsaa dorgommii Liigii Oromiyaa 1ffaa haala hawwataa ta'een gaggeefameera.🏆
Guyyaa har'aa baniinsaa godhameen taphoonnii 6 godhamaniiru.

✅ Roobee 2 - 1 Gindhiir
✅ 2 - 1 of Roobee
✅ 2 - 1
✅ 1 - 0

✅ Gindhiir 1 - 4
✅ 1 - 1

Saganta Ramaddii "C"  (ምድብ "ሐ") tapha Liigii olaanaa Itoophiyaa bara 2015  magaalaa Hossaa'inaati gaggeefamuu!!!!     በሆ...
02/12/2022

Saganta Ramaddii "C" (ምድብ "ሐ")
tapha Liigii olaanaa Itoophiyaa bara 2015 magaalaa Hossaa'inaati gaggeefamuu!!!!

በሆሳእና ከተማ የሚካሄደው የምድብ "ሐ" የ2015 የኢትዮጵያ ከፍተኛ ሊግ የምድብ ጫወታ ዝርዝር ፕሮግራም

Oduu Gammachiisaa Kilabiin kubbaa Miilaa magaalaa Roobee Dorgommii liigii olaanaa bara 2015 keesatti gaggeessuuf maalaya...
02/12/2022

Oduu Gammachiisaa
Kilabiin kubbaa Miilaa magaalaa Roobee Dorgommii liigii olaanaa bara 2015 keesatti gaggeessuuf maalayaa harawa qopheefachuu isaa ifoomseera.
=======================:=========
Maalayaa gosoota adda addaa ispoonsaroota kabajaa fi kilabichaan kan qopha'an yemmuu ta'uu tapha jalqabaa liigii olaanaa magaalaa Hossaa'inaati magaalaa Galaan waliin gaggeessuuf kan itti fayyadamuu ta'a.
Ispoonsaroonnii kabajaa maalayaa kanaaf ta'an:-
1/ Yuniyeenii Sikkoof Mandoo
2/ Abbaa qabeenyaa deegaraa keenya yeroo hundumaa Obboo Yohaanis Tasammaa ( Choombee) dha.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
አስደሳች ዜና!!!!¡
እንኳን ደስ አላችሁ !!!!
በ 2015 ዓ.ም ከፍተኛ ሊግ ላይ የሚወዳደርባቸው የሮቤ ከነማ (ቀያይ ቀበሮዎቹ) መለያዎች ይፋ ሆኑ።
>>
ሮቤ ከነማ እራሱ ና የተከበሩ እስፖንሰሮች ባሰሩት አዲስ መለያ የ2015 ከፍተኛ ሊግ ውድድር የመጀመሪያ ጫወታውን ቅዳሜ 24/03/2015 ዕለት ከ ገላን ከተማ ጋር በሚያደርገው ጫወታ ለብሷ እንደ ሚጫወት ታውቋል።

አዲሱን የሮቤ ከነማ መለያን እስፖንሰር ያደረጉት
1/ ሲኮ መንዶ ዩኒየን
2/ የክለባችን የጀርባ አጥንት የሆኑት አቶ ዮሐንስ ተሰማ (ቾምቤ) ናቸው።

Nagahaan nuuf galaa!!!!    Faantii teessan faana milkii haa taatu!!!!!!     Jechuun:- Ambaasaadara Keenya Gaggeesineera!...
01/12/2022

Nagahaan nuuf galaa!!!!
Faantii teessan faana milkii haa taatu!!!!!!
Jechuun:- Ambaasaadara Keenya Gaggeesineera!!!!!!!
=====================================
Tapha Liigii Olaanaa magaalaa Hossaa'inaati gaggeefamuuf miseensota garee kilabii kubbaa miilaa magaalaa Roobee bakka kabajamoo kantiibaa Bul/Mag/Roobee Obboo Nigaatuu Mootummaa , I/G Waajjira paartii Badhaadhinnaa Obboo Abdulmannaan Kadiir fi I/G Waajjira dargaggoo fi Ispoortii Bul/Mag/Roobee argamanitti koree kilabichaa waliin ta'uun gaggeessaan taasifameera.
Nagahaan Nuuf galaa!!!!
Faanti teessan faana milkii haataatu!!

Kilaboonni Liigiin olaanaa Itoophiyaa keessatti hirmaatan har 'a  carraan ramaddii isaanii gaggeefameera.   Roobeen tiyy...
19/11/2022

Kilaboonni Liigiin olaanaa Itoophiyaa keessatti hirmaatan har 'a carraan ramaddii isaanii gaggeefameera.
Roobeen tiyyas ramaddii 3ffaa keessatti ramadamtee jirti.
CARRAA GAARII NUUF HAATA'U!!!!

የኢትዮጵያ ከፍተኛ ሊግ ተሳታፊ ክለቦች ዛሬ የእጣ ማውጣት ስነ-ስረዓት ተከናውኗል።
ሀገሬ ሮቤም በምድብ "ሐ" ስር ተመድባለች።
መልካም እድል ይሁንልን!!!!!!!

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 15ተኛ ሳምንት የእንግሊዝ ፕሪሚየር ተጠባቂ ጨዋታ                 ⏰ ተጠናቀቀ           ቼልሲ 0-1 አርሰናል                        ማጋሌሰ 63'⚽...
06/11/2022

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 15ተኛ ሳምንት የእንግሊዝ ፕሪሚየር ተጠባቂ ጨዋታ

⏰ ተጠናቀቀ

ቼልሲ 0-1 አርሰናል
ማጋሌሰ 63'⚽️

Address

Robe
Bale

Telephone

+251911071910

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Robe town football club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Robe town football club:

Shortcuts

Share

Category