Daam Ayante

Daam Ayante Taekwondo training

Congratulation𝓼 💥
02/05/2025

Congratulation𝓼 💥

01/11/2023
Milkoofnee jirra🙏🙏
28/10/2023

Milkoofnee jirra🙏🙏

Guyyaa 17-02-2016 Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Jimnaaziyeemi Ras Hayluutti Qormaata International Taekwon-Do Akka ...
28/10/2023

Guyyaa 17-02-2016 Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Jimnaaziyeemi Ras Hayluutti Qormaata International Taekwon-Do Akka Biyyaatti Geggeefamaa Jiru Irratti Wiirtuun Leenjii ( star) International Taekwon-do Bulchiinsa Magaalaa Dodolaa Leenjiitoota Lama 2
1.Abdiisa Woliyyii Gara Digrii 2ffaa. 2.Ramadaan Ahamad Gara Digrii 1ffaa
Hirmaachisuuf Qophiirra Jirra
Carraa Gaari

11/09/2023

Baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa geessan barri fuulduraa kun(2016) kan Nagaa kan jaalalaa kan furmaataa kan milkaa'innaa kan dhiifamaa kan tokkummaa nuuf haa ta'u Maatiif hiryoottan keessan faana ayyana gaarii
እንኳን ለአዲሱ ዓመት (2016) በሰላም አደረሳችሁ የሰላም የደስታ የጤና የፍቅር የይቅርታ የአብሮነት ዘመን ይሁንልን ከመላው ቤተሰቦ ጋር መልካም በዓል 🌼🌼🌼

Address

Awasa
Awasa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daam Ayante posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share