Sultan Abiyo

Sultan Abiyo Civil engineering concept

26/03/2026
Humna Kiyya Hawaasa Kiyyaaf; Dafqa Kiyya Biyya Kiyyaaf!-------Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti dargaggoonni Magaalichaa d...
12/12/2024

Humna Kiyya Hawaasa Kiyyaaf; Dafqa Kiyya Biyya Kiyyaaf!
-------
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti dargaggoonni Magaalichaa duula sassaabbii oomishaa dhaadannoo, "Humna Kiyya Hawaasa Kiyyaaf; Dafqa Kiyya Biyya Kiyyaaf!" jedhuun Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti oomisha qamadii sassaabaa jiru.

Sagantaan sassaabbii oomishaa kun qindoomina Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa fi Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Shaggariin kan qophaa'edha.

Sagantaa sassaabbii oomisha qonnaa kanarratti Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu dabalatee hoggansi Olaanoo Naannoo Oromiyaa fi Magaalaa Shaggar argamaniiru.

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sultan Abiyo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share