19/07/2026
🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA! Qarshii 3,000! 💰
Tapha cimaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti Spain fi Argentina gidduutti taphatamu tilmaamuun badhaafamaa ta'aa! Namoota tilmaama sirrii kennan keessaa carroomtota 3'f tokkoo tokkoo isaaniif Qarshii 1,000 ni badhaafna.
📌 Ulaagaalee Dorgommichaa:
1️⃣ Share & Follow: Post kana Like fi Share godhaa, akkasumas Page keenya Follow gochuu hin irraanfatinaa.
2️⃣ Seera: Tilmaama keessan 'Edit' gochuun ykn si'a tokkoo ol tilmaamuun dorgommicha irraa isin haqsiisa.
⚠️ Hubachiisa: Badhaafamuuf ulaagaalee kana hunda guutuun dirqama!
🌟 JABAA ELECTRONICS 🔌
Meeshaalee Elektirooniksii 'Original' ta'an wabii (Warranty) amansiisaa waliin gatii madaalawaan isiniif dhiyeessina.
🛒 Meeshalee Nuti Dhiyeessinu Keessaa:
• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa (Delivery) saffisaa bakka jirtanitti isiniif dhiyeessina!
📍 Teessoo: Boolee Madaaniyalem, Oromia Tower.
📞 Bilbila: +251 91 114 5101
🍀