Gada League U-17

Gada League U-17 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gada League U-17, Sports League, Oromia, Addis Ababa.

05/07/2026
07/06/2026
07/06/2026

Namni Kubbaa Tana Hin Taphatin ni jiraa ?
Mee Kubbaan tun maliirraa tolfamti?
Seerii Tapha isii akkami?
Namni Waa'ee Seera Kubbaa Tana Beeytan Commentii Godha Mee Namni Kubbaa Tana Hin Taphatiin Seenaa Maal Ja'eti Himata

30/05/2026
01/05/2026
Sudaan Kibbaa 1-4 ItiyoophiyaaItiyoophiyaan Galchii 4fi 1'n Sudaan Kibbaa Injifatte .Waancaa CECAFA umurii 17 gadii Gula...
18/11/2025

Sudaan Kibbaa 1-4 Itiyoophiyaa

Itiyoophiyaan Galchii 4fi 1'n Sudaan Kibbaa Injifatte .

Waancaa CECAFA umurii 17 gadii Gulaallii Waancaa Afrikaa Biyyoota Baha fi gidduugaleessa Afrikaa gidduutti gaggeeffamaa jiruun Qopheessituun dorgommichaa Itiyoophiyaan tapha lammaffaa ishee 4 fi 1n Sudaan Kibbaa injifattee .

Daawwit Kaasaa Galchii 3 Itiyoophiyaaf lakkoofsisuun haatirikii yoo hojjetu , Inyeew Silashii Galchii 4ffaa Itiyoophiyaaf lakkoofsisuu danda'eera .

Panoom Juyoo Galchii injifatamuu jalaa Sudaan Kibbaa hin baraarree rukuttaa adabbii Peenaalitiin daqiiqaa 78ffaan lakkoofsiseera .

Itiyoophiyaan Ramaddii isheerraa qabxii 6 fi Galchii 5'n dursaa jirti.

Liigii Gadaa Umurii Waggaa 17 gadiin Gareewwan 40 kan galmaa'an yoo ta'u, Ulaagaawwan dorgommichaaf barbaachisan 7 ba'ee...
17/11/2025

Liigii Gadaa Umurii Waggaa 17 gadiin Gareewwan 40 kan galmaa'an yoo ta'u, Ulaagaawwan dorgommichaaf barbaachisan 7 ba'eera .

Dorgommiin marsaa duraa Amajji 21 hanga Guraandhala 10/2018tti ni gaggeeffama .

 Adama City U-17 Football  project  Registered before the Registration deadline.
15/11/2025


Adama City U-17 Football project Registered before the Registration deadline.

15/11/2025


College Adama U-17 Football project Registered at the Last day of Registration .

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada League U-17 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category