Fayoo jalalaa

Fayoo jalalaa Nama Bilbila isa Comantii Jala Kaa'efin Dafe Bilbila
Facts 💯 ❤️

Gammachuun koo xiqqoo ta'us, garaa qulqulluu irraa  maddaa. ❤️”
09/11/2026

Gammachuun koo xiqqoo ta'us, garaa qulqulluu irraa maddaa. ❤️”

Hiriyootaa koo qaali heddun issin jaladha naf jiradhaa kottaa mee onnee tiyyaa kessa💞💯💯💖💓
09/11/2026

Hiriyootaa koo qaali heddun issin jaladha naf jiradhaa kottaa mee onnee tiyyaa kessa💞💯💯💖💓

Ganama osoon buna takka shaf hin ja’in lakk.bilbilaa hundi safaricom natti fakkaaata 🤣
09/11/2026

Ganama osoon buna takka shaf hin ja’in lakk.bilbilaa hundi safaricom natti fakkaaata 🤣

Manta iyo moyaale
08/11/2026

Manta iyo moyaale

"Yeroo tokko tokko, Onneen teenya tun akka waan onnee isii miite qofa yaadduu namatti fakkaatti."🖤Amalli namaa, osuma wa...
08/11/2026

"Yeroo tokko tokko, Onneen teenya tun akka waan onnee isii miite qofa yaadduu namatti fakkaatti."🖤
Amalli namaa, osuma wajjiin jirtanii akka carraa uumama osoo'n taane, garuu akka carraa osoo wajjiin jirtanii ifa bahuu dandaha!

Mee wari dhira qoftin Naf debisa⁉️Dhalan takka si dura herumte yo bulti kesa bate jirate yoo isin mal qabate fute hadha ...
08/11/2026

Mee wari dhira qoftin Naf debisa⁉️

Dhalan takka si dura herumte yo bulti kesa bate jirate yoo isin mal qabate fute hadha mana godhata ⁉️

A😔 Baredina yoo qabate
B😔 Amalla garii yoo qabate
C😔 Malaqa yoo qabate
D😒 Din yoo qabate
E😒 jalala yo sif qabate
F😒 kabaja yo qabate

Bifa qabduuf Osoo hin taane Amala Qabduuf akka jaalatamtu beekii.🙏🙏🙏
08/11/2026

Bifa qabduuf Osoo hin taane Amala Qabduuf akka jaalatamtu beekii.🙏🙏🙏

Amir Ahmedin  dargaggeessa jabaa fi onnataa dha. Art fi diraamaa Afaan oromotiin warreen hojjetan keessaa isa tokko, kan...
08/11/2026

Amir Ahmedin dargaggeessa jabaa fi onnataa dha.
Art fi diraamaa Afaan oromotiin warreen hojjetan keessaa isa tokko, kanaf nama waan taheef waan isa qunname gad fageenyaan beekullee baadhu hanga tokko nan hubadha.

Namni tokko eega rakkate gargaaramuu qaba. Sagantaan arra galagala natti fakkaate hundi keessan akka irratti nuf hirmaattan jabaa ofii abbaatu jabeeffata.

Dhiironni, durbaa mudhii qalloo maaliif jaalattuu?🤔😌ishee shawaa dhallttee Arsii tii guddattee 🫂my ❤️🫶 🥹😒
07/11/2026

Dhiironni, durbaa mudhii qalloo maaliif jaalattuu?🤔😌

ishee shawaa dhallttee Arsii tii guddattee 🫂
my ❤️🫶 🥹😒

Maarre bu'aa barattee argaa jirtaa 😎
07/11/2026

Maarre bu'aa barattee argaa jirtaa 😎

Address

Harar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayoo jalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share