Caltuu kedir

Caltuu kedir Dhiira essattu bultiif sirritti ta'aa dhugaa naaf hima mee naan barbaade🙄

Dhirrti chiikii qabneeHarka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️
02/09/2026

Dhirrti chiikii qabnee
Harka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️

Gaaleytiin Gaalana Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii  beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadh...
02/09/2026

Gaaleytiin Gaalana
Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadha abaluu mee boruu mucaa kiyya saniin yaadee fidii koottu ja’een.
Isiinis mucaan na bira hin jiruu bar warra keenya jiraa jetteen. yoo maal ja’een gaarii baqaa joolluma ollaa takka fidii koottu ga🫣joollee ollaa hundaan yaadee bar ja’een ja’aan🤣akkamitti laaltan isin mee?

Waan hundaa keessatti onnee qulqulluuqabaachuun namaaf qabeenya guddaadha
02/09/2026

Waan hundaa keessatti onnee qulqulluu
qabaachuun namaaf qabeenya guddaadha

Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family Saliyaa Qashtii Hiriyoomfadhaa
30/08/2026

Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family
Saliyaa Qashtii Hiriyoomfadhaa

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎
30/08/2026

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎
30/08/2026

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎

Yoo waliif galee..💓💓💓🤷
30/08/2026

Yoo waliif galee..💓💓💓🤷

Namoonni tokko tokko nagaadha kan jedhaniif,dhuguma nagaa ta'aanii osoo hin taane,dhukkubbii keessa isaanii jiru nama hu...
30/08/2026

Namoonni tokko tokko nagaadha kan jedhaniif,dhuguma nagaa ta'aanii osoo hin taane,dhukkubbii keessa isaanii jiru nama hubatuuf waan hin arganneef nagaa jechuu filatu🥹😌.

Salluu Alaa Nabii♡ﷺ ✍️❤️✍️♥️🫶              🤔🤔
29/08/2026

Salluu Alaa
Nabii♡ﷺ ✍️❤️
✍️♥️🫶



🤔🤔

Address

Harar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caltuu kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share