Oromia 1'st League

Oromia 1'st League ๐…๐จ๐จ๐ญ๐›๐š๐ฅ๐ฅ ๐ข๐ฌ ๐š๐ง ๐ข๐ง๐œ๐ซ๐ž๐๐ข๐›๐ฅ๐ž ๐ ๐š๐ฆ๐ž. ๐’๐จ๐ฆ๐ž๐ญ๐ข๐ฆ๐ž๐ฌ ๐ข๐ญ'๐ฌ ๐ฌ๐จ ๐ข๐ง๐œ๐ซ๐ž๐๐ข๐›๐ฅ๐ž ๐ข๐ญ'๐ฌ ๐ฎ๐ง๐›๐ž๐ฅ๐ข๐ž๐ฏ๐š๐›๐ฅ๐ž.

๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿด ๐˜๐˜๐—ถ ๐—™๐—ฒ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ž๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ผ๐—ฟ๐—ด๐—ผ๐—บ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ด๐—ผ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚๐˜‚...
31/08/2026

๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿด ๐˜๐˜๐—ถ ๐—™๐—ฒ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ž๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ผ๐—ฟ๐—ด๐—ผ๐—บ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ด๐—ผ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ž๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐—ณ๐—ถ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—ฎ๐—ฟ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ด๐—ฎ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ ๐—š๐—ฒ๐—ฒ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ถ๐—ป๐—ท๐—ถ๐—ณ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐˜‚.

Liigii 1ffaan Oromiyaa Ramaddiiwwan 5tti qoodamuun goleewwan Oromiyaa garaagaraa irratti gaggeeffamaa tureera.

Ramaddii A Nageellee Booranaa irratti gaggeeffameen Kilabiin Kubbaa Miilaa ๐™๐ข๐ฐ๐š๐š๐ฒ ๐ƒ๐ฎ๐ ๐๐š๐š sadarkaa 1ffaan goolabe.

Ramaddii B magaalaa Shaashamannee irratti gaggeeffameen Kilabii Bulchiinsa Magaalaa ๐–๐š๐š๐›๐ž๐ž Waancaa injifateera.

Ramaddii C Magaalaa Shaambuu irratti qophaayeen kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐’๐ก๐š๐š๐ฆ๐›๐ฎ๐ฎ sadarkaa 1ffaan goolabe.

Ramaddii D Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuu irratti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐”๐ค๐ค๐ž๐ž Waancaa injifachuun goolabe.

Ramaddii E Magaalaa Haramayaa irratti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š๐š sadarkaa 1ffaan goolabe.

Shaampiyoona Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Kilaboota 20 gidduutti gaggeeffameen Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข shaampiyoona ta'uun goolabeera. Liigii 1ffaa Oromiyaa irraa kilaboonni 8 gara Liigii Olaanoo Oromiyaa bara 2019tti ol guddataniiru.

Liigii Olaanoon Oromiyaa ramaddii 2tti qoodamuun marsaawwan lamaan gaggeeffamaa kan ture yoo ta'u, ramaddii A irraa Kilabiin Godina Booranaa sadarkaa 1ffaan yoo goolabu, ramaddii B irraa Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Mattuu sadarkaa 1ffaan goolabe. Booranaa fi Mattuun walitti dhufuun Kilabiin ๐๐จ๐จ๐ซ๐š๐ง๐š๐š rukuttaa peenaalitii adda baastuun ๐Œ๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ injifachuun Shaampiyoona Liigii Olaanoo Oromiyaa ta'uun goolabe.

Piriimiyeer Liigiin Oromiyaa marsaan jalqabaa Asallaa irratti marsaa 2ffaan ammoo Naqamtee irratti yoo gagheeffamu, morkii ajaa'ibsiisaafi haalaan deeggartoota bohaarsaa ture ta'uun ni yaadatama. Piriimiyeer Liigiin Oromiyaa erga hundeeffamee waggaa 2ffaa yoo ta'u, ๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐ข๐ข ๐ƒ๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐จ๐จ tti aansee Shaampiyoona Piriimiyeer Liigii Oromiyaa kan ta'e Kilabii Bulchiinsa Magaalaa ๐’๐š๐ง๐›๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ ti. Kilaboonni sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa bahan hirmaannaa Shaampiyoona Kilaboota Naannolee Itoophiyaa kan argatan yoo ta'u, Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa kilaboota 2 gara Liigii Biyyaaleessatti ol guddusuu danda'eera. Dorgimmichaan Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐†๐ข๐ฆ๐›๐ข๐ข Shaampiyoon Kilaboota Naannolee Itoophiyaa yoo ta'u, Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa ๐’๐ข๐ซ๐ฑ๐ข๐ข sadarkaa 4ffaan goolabe.

Liigii Gadaa guddattoota Umurii 17 gadiin Gareen Kubbaa Miilaa ๐–๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐…๐œ Shaampiyona ta'uun goolabeera.

Dorgommii Liigii Dubartootaan ammoo Akkaadaamiin ๐€๐ฆ๐›๐จ ๐†๐จ๐š๐ฅ ๐…๐ข๐Ÿ๐š Shaampiyoona
dorgommichaa ta'uun xumure.

Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Ormiyaa 24ffaa Magaalaa Baatuu Gareewwan 58 gidduutti gaggeeffameen bakka bu'aan Godina Arsii Lixaa Gareen Kubbaa Miilaa ๐†๐จ๐๐ž๐ž ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐จ๐จ Shaampiyoona ta'uun yoo goolabuu, Gareen Kubbaa Miilaa ๐€๐ฌ๐š๐ง๐๐š๐š๐›๐จ๐จ sadarkaa 2ffaa, Gareen Kubbaa Miilaa ๐‡๐จ๐จ๐ ๐ข๐ฌ๐จ๐จ sadarkaa 3ffaan goolabe. Gareewwan 58 keessaa gareewwan 16 hirmaannaa Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019 mirakaneeffatanii jiru.

Leenjiin Murteessummaa Umurii 17 gadii Magaalaa Naqamteetti kennamaa ture guyyaa har'aa xumurame.Wal ta'insa Federeeshin...
30/08/2026

Leenjiin Murteessummaa Umurii 17 gadii Magaalaa Naqamteetti kennamaa ture guyyaa har'aa xumurame.

Wal ta'insa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa fi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaatiin Leenjiin Murteessummaa Guddattoota umurii 17 gadii Magaalaa Naqamteetti kennamaa ture guyyaa har'aa haala ho'aa ta'een sirni eebbaa raawwate.

Hogganaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa Obbo Firoomsaa Laggasaa akka jedhanitti; Federeeshinichi akkuma Kubbaa Miilaa Oromiyaa Kilaboota hedduu sadarkaa Oromiyaa fi biyyaleesaatti hirmaachisuun taphattoota kumaatamaan lakkaawwamaniif carraa hojii uumaa jiru, gama Leenjii Murtee kennumaanis kubbaan miilaa naannoo keenyaafi biyya keenyaa bifa qulqulluu fi hawwataa ta'een cimee akka itti fufuuf inisheetivii guddattootaa irratti xiyyeeffachuun marsaa 5ffaaf Leenjiin kennamaa ture bifa hawwataa ta'een guyyaa har'aa xumuramuu ibsaniiru.

Leenjiin murtee kennitoota umurii 17 gadii kun Instructor Geeraa Warqi Katamaa Akkaadaamii Leeqaa waliin ta'uun Leenjii kana kennaa turaniiru. Gamanumaan dhaloota abdii boruu oomishuu keessatti ogummaa keessaniin gahee Leencaa bahachaa waan jirtaniif FKMO isin galateeffata.

Sirna eebba Leenjii Murteessummaa umurii 17 gadii kana irratti keessummoonni kabajaa hedsuun argamaniiru!

Simannaa Garee Kubbaa Miilaa Asandaaboo!
30/08/2026

Simannaa Garee Kubbaa Miilaa Asandaaboo!

30/08/2026

Gode Duro Vs Asandabo penalty shootout ๐Ÿ”ฅ

Oromia Teams Championship 2026 Final Match!

Simannaa Garee Kubbaa Miilaa Godee Duroof taasisfame suuraan!
30/08/2026

Simannaa Garee Kubbaa Miilaa Godee Duroof taasisfame suuraan!

Waldaa Qaxxaamura Diimaa Magaalaa Baatuu! ๐Ÿš‘ Gareewwan 58f yaalii jalqabaa; tajaajila si'ataa kennaa turuun, nuffii tokko...
29/08/2026

Waldaa Qaxxaamura Diimaa Magaalaa Baatuu! ๐Ÿš‘

Gareewwan 58f yaalii jalqabaa; tajaajila si'ataa kennaa turuun, nuffii tokko malee haalota hundumaa keessatti dorgommii Shaampiyoona Gareewwan marsaa 24ffaa Oromiyaa irratti taasisaa turtaniif 'Galatoomaa' isiniin jenna.

Gareewwan 58 keessaa sadarkaa 3ffaan goolabuun, badhaafamaa Meedaaliyaa Nahasaa kan ta'e Garee Kubbaa Miilaa Hoogisoof s...
29/08/2026

Gareewwan 58 keessaa sadarkaa 3ffaan goolabuun, badhaafamaa Meedaaliyaa Nahasaa kan ta'e Garee Kubbaa Miilaa Hoogisoof simannaa ho'aan taasifame.

Kubbaa deddeebistoota (Ball boys) Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaa Magaalaa Batuu irratti ol guddatt...
29/08/2026

Kubbaa deddeebistoota (Ball boys)

Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaa Magaalaa Batuu irratti ol guddattoota kubbaa deddeebisuun Gareewwan 58 tajaajilaa turaniif FKMO isin galateeffata.

Komishinaarootaa fi Mufteessitoota Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaaf waraqaan beekamtiifi badhaasni ...
29/08/2026

Komishinaarootaa fi Mufteessitoota Shaampiyoona Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaaf waraqaan beekamtiifi badhaasni garaagaraa tapha cufiinsaa irratti kennameefii jira.

Leenjisaa Taddalee Sintaayyoo sirna cufiinsa Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaa irratti kennaa addaa ...
29/08/2026

Leenjisaa Taddalee Sintaayyoo sirna cufiinsa Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa 24ffaa irratti kennaa addaa (Bullukkoo) Hoogganaa FKMO Obbo Firomsa Legesse f kennee jira!

Address

Finfine Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia 1'st League posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category