Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club

Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club Established to give better life condition and scientific training for Oromian farmers athletes an

KilabiinAtileetiksii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa kan hundeeffame, dhaabbilee Obbolaa lamaan hojii ijaarsaa, qo'annoo, qorannoo, dizaayinii fi too'annoo ijaarsa bishaanii irratti bobba'an Intarpiraayzii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa fi Dhaabbata Dizaayinii fi Too'anoo Hojiiwwan Bishaan Oromiyaatiin bara 2009 hundeeffame. Kaayyoon hundeeffama kilabichaa, atileetota otuu dandeettii qabanii deeggarsaa fi

leenjii gahaa dhaban walitti qabuun deeggarsa barbaachisu taasisaa fi leenjii saayinsaawaa akka argatan taasisuun, atileetota maqaa Kilabichaa, Oromiyaa fi biyyaa waldorgommiiwwan Idil-Addunyaatti waamsisan, sochii hawaas diinagdee Oromiyaa keessatti shoora ol'aana taphatan horachuudha.

16/06/2026
Robe Dida stood 1st at 10km Corrida de Langueux France on June 14, 2026
15/06/2026

Robe Dida stood 1st at 10km Corrida de Langueux France on June 14, 2026

12/06/2026
10/06/2026

Oromia Construction Corporation for Effective and Efficient Mega Construction Projects in Ethiopia

06/06/2026

Waldorgommii Biyya Alaa
Waldorgommii Yaadannoo "Znamensky" Magaalaa Mooskootti Waxabajjii 5, 2026 gaggeeffameen Atileetotni KA-KIKO lama hirmaatan
Haaluma kanaan
1. Atileet Shimallis Nugusee fiigicha 10000m daqiiqaa 28'16.57 fiiguun sadarkaa 3ffaa
2. Atileet Birtukaan Gaddaamuu fiigicha 3000m Gufschiisaa daqiiqaa9'36.20 fiiguun sadarkaa 2ffaa Baayee jirti.
Baga Milkoofne

2024  Olympic  Yomif Kejelcha  to the World Athletics Family!   I'm a member of Oromia Construction and Engineering Corp...
02/06/2026

2024 Olympic Yomif Kejelcha to the World Athletics Family! I'm a member of Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club
Notes to Ethiopian Athletics Federation and
For Some So Called Sport Media's of the Country!

Baga Gammadne Baga Gammaddan!Rikkardiin  Atileet Yoomiif Qajeelchaa Yomif Kejelcha  kan 10km raggaasifame.Rikkardichi 26...
02/06/2026

Baga Gammadne Baga Gammaddan!
Rikkardiin Atileet Yoomiif Qajeelchaa Yomif Kejelcha kan 10km raggaasifame.
Rikkardichi 26'31 mirkanaa'e erga rikkardiin Atileet Rhonex Kipruto 26'24 kuffifameen booda Rikkardiin qulqulluun kan atileet Yomif Kejelcha ta'uu World Athletics tu mirkaneesse!
Congrats to the Slim Boy Yomif Kejelcha his 10km World Record 26'31 has been ratified!
Kiproto's record of 26'24 has been disqualified.
Now Yomif Kejelcha has a world record and Nstional of 10km, 26'31, National record of 21km 57'30, National Record of Marathon 1:59'41National record of indoor mile 3'47.01

In Representing the Country Yomif Kejelcha has won Seven Gold and three Silvers under Junior and Senior titles since the 2013 World Youth Championships in Donetsk.

Mamo Lama won Okpekpe Road Race   (10lm) held in Nigeria on May 30, 2026 Congratulations
30/05/2026

Mamo Lama won Okpekpe Road Race (10lm) held in Nigeria on May 30, 2026
Congratulations

Address

Addis Ababa
1696/110

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club:

Share