Maatii Arsenal afaan Oromootin

Maatii Arsenal afaan Oromootin Waa'ee kilaba Keenya Arsenal wal qabatuu hundaa gama page kanaatin argattuu nu hordofaa

🟢 Tapha pirimeer liigii Ingilaand torbee 2ffaa amma taphatamaa jiru.          XummurameAstoonviilaa 0-1 Arsenaal        ...
31/08/2026

🟢 Tapha pirimeer liigii Ingilaand torbee 2ffaa amma taphatamaa jiru.

Xummurame
Astoonviilaa 0-1 Arsenaal
⚽️Saakaa 59'

31/08/2026

Tapha hawwataa miti har'a nama shakkisiisaa qabxii 3n galuun

Boqonnaa
Aston villa 0 vs 0 Arsenaal

31/08/2026
Hiriira Arsenaal Astonviilaa waliin
31/08/2026

Hiriira Arsenaal Astonviilaa waliin

 ❤️💥Deeggartoota arsenal hundaaf Guyyaa har'àa irraa kaasee Guyyatti follow 1000 takkaa argachuu ni feetuu? 1 ✅ koomanti...
31/08/2026

❤️💥

Deeggartoota arsenal hundaaf Guyyaa har'àa irraa kaasee Guyyatti follow 1000 takkaa argachuu ni feetuu?

1 ✅ koomantii jalatti " jedhi barreessi
2 ✅ Nama jedhee barreesse Godhii
3 ✅ WALII DEEBBIISA
4✅Anis deeggaraa arsenali 👉🏾 godhaa isiniif deebisaa ❤️

GALATOMMAA ♥️ 🌹🌹

Oolmaa keessaniif galatoomaa,  bakka deemtanitti milkii isiniif hawwina warri jettan like, comment godhaa yaada keessan ...
31/08/2026

Oolmaa keessaniif galatoomaa, bakka deemtanitti milkii isiniif hawwina warri jettan like, comment godhaa yaada keessan ibsadhaa

Galatoomi jedhaan mee Jesus oolmaa nu biraa qabuuf 🥲🥲🥲
30/08/2026

Galatoomi jedhaan mee Jesus oolmaa nu biraa qabuuf 🥲🥲🥲

Galatoomi Martineelii,  yoomuu onnee keenya keessa jiraatta, nagatti bakka deemtutti milka'ina siif hawwina
30/08/2026

Galatoomi Martineelii, yoomuu onnee keenya keessa jiraatta, nagatti bakka deemtutti milka'ina siif hawwina

Gaabbii tahuu hin hafu , haala kanaan deemuun kee na gaddisiisa   taphataa bakka isaa bu'uu osoo hin argatin gad dhiisuu...
30/08/2026

Gaabbii tahuu hin hafu , haala kanaan deemuun kee na gaddisiisa
taphataa bakka isaa bu'uu osoo hin argatin gad dhiisuun dogogoraa guddaadha warra jettan like godhaa

Address

Sheggar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maatii Arsenal afaan Oromootin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share