Deggartoota Chelsea

Deggartoota Chelsea Odeeffannoo wayitawaa chelsea

Noonii maduyeekee waancaa irraa soorama ba'eera. Nagaan deemi
11/07/2025

Noonii maduyeekee waancaa irraa soorama ba'eera. Nagaan deemi

Baga gammaddani deggertoonni Cheelsii hirmaannaa champions league arganneerra
25/05/2025

Baga gammaddani deggertoonni Cheelsii hirmaannaa champions league arganneerra

19/03/2025

Akkam jirtu nagumaa jaallattoonni kubbaa walitti deebine Kan fagaannee turreef dhiifama🙏

28/01/2025

Akkam jirtu deggertoonni cheelsii
walitti deebine

05/03/2024

❤❤❤

Gadi badduun kun gadi deemuutti kaate akka nu gubdani sin haa gubu rabbi 😱
04/02/2024

Gadi badduun kun gadi deemuutti kaate akka nu gubdani sin haa gubu rabbi 😱

.✅Shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz 2022/23 Isteediyeemii Eetihaaditti moo'achuun dorgommichaan ala taasise Niiwka...
20/12/2023

.
✅Shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz 2022/23 Isteediyeemii Eetihaaditti moo'achuun dorgommichaan ala taasise Niiwkaastil Yunaaytid.
✅Shaampiyoonaa waancaa Kaarabaa'oo 2022 /23 ka tahe Maanchistar Yunaaytidiin moo'achuun dorgommichaan ala taasise Niiwkaastil Yunaaytid.
✅Har'a garuu dorgommii marsaa 3ffaa Isteediyeemii Istaanfoordi Biriijiin dhufee utuu hin milkaa'in hafe. Niiwkaastil Yunaaytid. Taphoota gosa hundaa 12 darban Isteediyeemii kanatti falmateen 11 moo'ame Niiwkaastil.
✅Eedii Haaw guyyaa har'aa tapha 100ffaa kilaba Niiwkaastil Yunaaytidiin dursaniin Cheelsii moo'achuun deeggartoota waliin kabachuuf ture. Istaanfoordi Biriijitti garuu milkaa'ina Cheelsiif laate.
✅Daqiiqaa 92ffaa irratti Cheelsiin dorgommicha keessaa akka hin baane kan taasise Mikaayiloo Moodriik Peenaalitii dhumaas gara galchiitti jijjiiruum gammachuu isaa ibsate. Oh


💙Pride of London Chelsea

07/11/2023
Baga gooliitti araaramte !
04/10/2023

Baga gooliitti araaramte !

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deggartoota Chelsea posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Deggartoota Chelsea:

Share

Category