Football Is Game

Football Is Game ⚽️Odeeffannoo Ispoortii Saffisaan Argachuuf Football Is Game Filannnoo Taasifadhaa

.  Yeroo ammaa tanatti duursaan taphattootaa cimaan pirimer liigik kilaboota top 6 tahan kana keessaa isa kami?
10/09/2026

.
Yeroo ammaa tanatti duursaan taphattootaa cimaan pirimer liigik kilaboota top 6 tahan kana keessaa isa kami?

.❣️Ferran Torres Hatrik + MOTM
09/09/2026

.
❣️Ferran Torres Hatrik + MOTM

.💙Cuquliisonni liidsi galchiiwwan hedduu 6fi3n Biyyootti makanii injifatan.
09/09/2026

.
💙Cuquliisonni liidsi galchiiwwan hedduu 6fi3n Biyyootti makanii injifatan.

.🔴Arsenaal galchii maartiin odeegaardiitiin Naappoolii injifate
09/09/2026

.
🔴Arsenaal galchii maartiin odeegaardiitiin Naappoolii injifate

.PSGn galchiiwwan hedduu hanga 6 lakkoofsisuun brastslava Daaressee injifate.
09/09/2026

.
PSGn galchiiwwan hedduu hanga 6 lakkoofsisuun brastslava Daaressee injifate.

.♥️YNWA Injifannoon Eegale.
09/09/2026

.
♥️YNWA Injifannoon Eegale.

.🎯Moorgaan Roojersi Jijjiiramee galee hatirikii Assist hojjate cheelsiin galchii 5fi3n Liidsi duursaa jira.
09/09/2026

.
🎯Moorgaan Roojersi Jijjiiramee galee hatirikii Assist hojjate cheelsiin galchii 5fi3n Liidsi duursaa jira.

.♥️Maartiin Odeegaardii Kaabteenii Rasaasa Arsenaaliif lakkoofsisuun naappoolii 1fi0n duursaa jiru.
09/09/2026

.
♥️Maartiin Odeegaardii Kaabteenii Rasaasa Arsenaaliif lakkoofsisuun naappoolii 1fi0n duursaa jiru.

.💙Ferran Torres Erga gara psg imalee hatirikii isaa jalqabaa shaampiyeensi liigii awrooppaatiin hojjatee jira.
09/09/2026

.
💙Ferran Torres Erga gara psg imalee hatirikii isaa jalqabaa shaampiyeensi liigii awrooppaatiin hojjatee jira.

.🔥Usmaan deembeelee shaampiyeensi liigii awrooppaa bara kanaa galchiiwwan 2 tapha kanaan lakkoofsiseen eegale.
09/09/2026

.
🔥Usmaan deembeelee shaampiyeensi liigii awrooppaa bara kanaa galchiiwwan 2 tapha kanaan lakkoofsiseen eegale.

Address

Sheggar Oromia
Addis Ababa
100122222322422

Telephone

+251939291974

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Football Is Game posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Football Is Game:

Shortcuts

Share

Category