Oddeeffannoo Ispoortii

Oddeeffannoo Ispoortii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oddeeffannoo Ispoortii, Sport & recreation, Finfinne Oromiyaa, Addis Ababa.

05/05/2025
Gabriel Magalhaes has outscored these attacking players at their respective clubs while playing for Arsenal 🤯??🇷  ゚viral...
20/01/2025

Gabriel Magalhaes has outscored these attacking players at their respective clubs while playing for Arsenal 🤯??🇷
゚viralシ

20/01/2025

Man united fi biraayiteenii

Jechoota taphattoota Kubbaa Miilaa Beekamoo  , leenjistootaa fi hayyoota  ispoortii irraa . kunooti: 1 .“Injifannoon ham...
10/09/2023

Jechoota taphattoota Kubbaa Miilaa Beekamoo , leenjistootaa fi hayyoota ispoortii irraa .

kunooti:
1 .“Injifannoon hamma ulfaataa ta’etti, gammachuun injifannoo guddaa ta’a.” – Pelée
2.“Abjuu kee bira ga’uuf qabsaa’uu qabda. Wareegamuu fi cimtee hojjechuu qabda.” – Liyooneel Meesii
3.“Wanta bohaartiif yeroon hin qabu. Dhuma irratti hojii koo akka bohaartiittin ilaala. Waan ani hojjechuu jaalladhudha.”- Deevid Beekkam
4.''Namoonni yeroo milkaa'an hojii cimaa hojjechuu irraa kan ka'edha. Carraan milkaa’ina waliin wal hin qabatu.” – Diyeegoo Maaraadoonaa
5.“Yeroo tokko kophee ittiin kubbaa miilaa taphadhu waanan hin qabneef boo’een ture, garuu guyyaa tokko, nama miila hin qabne tokkoon wal arge.” – Ziinaadiin Ziidaan
6.“Yeroo abjuu dhugoomsitu dhiibbaan hin jiru.” – Neeymaar
7.''Kubbaan miilaa mataa keetiin taphatama. Miilli kee meeshaa qofa.” – Andiree Piirloo“
8."Miilaan kubbaa miilaa taphachuun waan tokko, onneen kubbaa miilaa taphachuun garuu waan biraati.” – Firaansiskoo Tootii

Zlatan Ibrahimovic: „Gareen dubartootaa FC Barcelona garee dhiiraa Maanchistar Yunaayitid injifachuu danda’a, hundi isaa...
31/08/2023

Zlatan Ibrahimovic: „Gareen dubartootaa FC Barcelona garee dhiiraa Maanchistar Yunaayitid injifachuu danda’a, hundi isaanii ulfa ta’anis.”.akkas jechuun tiwiitara isa irratti barreesse ture .

20/02/2023

Gaazexeessaan tokko taphataa kubbaa miilaa Bosniyaa Nihaad Dedovic Zlatan Ibrahimovic waliin firooma qabaachuu isaa gaafate: â €
â €
🇧🇦 Dedovic akkas jedhe: "Lakki abbaan koo biyya Siwiidin dhaqee hin beeku." ⠀
🇸🇪 Zlatan akkana jedhee deebiseef: "Abbaan koo garuu gara Bosniyaa dhaqeera."

Address

Finfinne Oromiyaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oddeeffannoo Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share