Sport family's

Sport family's Oduu fi odeeffanno ispoortii gaggaarii gurra isin buufna!

20/05/2026

Deeggartoonni Arsenaal ✴️baga gammaddan🎀

✅🙏MAN-CITY ✴️Maanchister sitiin waancaa FA 2025/2026 injifateera!!🎀
16/05/2026

✅🙏MAN-CITY
✴️Maanchister sitiin waancaa FA 2025/2026 injifateera!!🎀

Warqiiwwan 2n ❤️ ❤️ maqaa dhahi Mee!
26/04/2026

Warqiiwwan 2n ❤️ ❤️ maqaa dhahi Mee!

   chaaawww😓😓😓
20/04/2026

chaaawww😓😓😓

Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa   kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse bo...
27/01/2026

Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse boodaa gahee leencaa bahachaa jira.
Kanaaf mucaa kana Oromummaan isaa Ingilaandi keessatti akkaa Leellifamuuf oromoon kamiyyuu kommentii jalatti
Call him oromticha jedhaa tii
Irraa deddeebia gadi dheeressaa akka mulatutti barreessaa Oromummaa Ingilandii beeksisaa. Galatoomaa

24/01/2026

Big shout out to my new rising fans! Daniel Chala Gamili

👕Dargaggoo hidda dhalootaan   kanaan Baga gammadee jedhan.🔥dhalootni isaa   haa tau immoo hiddi dhaloota isaa Oromoo dha...
07/01/2026

👕Dargaggoo hidda dhalootaan kanaan Baga gammadee jedhan.
🔥dhalootni isaa haa tau immoo hiddi dhaloota isaa Oromoo dha.
⚡carraa gaarii jedhaan Mee waliin hangaa @2029
⏫ to English championship

20/12/2025

⚽Har'a galgala sa'atii 2:30 irraa jalqabee Tottenham hospur kilaba marsisaayidi Liverpool keessummeessa.
⚽Tapa kana gareewwan laachuu injifannoof morkii cimaa Ni taasisa.
gaarii kilaaba deeggartaiif!!

Maali tu tahe arra immoo   Rooditti: 🙆  0:3   in gingilfamee adda of sukkuumaa manatti ol deebisan ! Wooooow warri marsi...
22/11/2025

Maali tu tahe arra immoo Rooditti: 🙆
0:3 in gingilfamee adda of sukkuumaa manatti ol deebisan !
Wooooow warri marsisaayidi kuni duaaiii keessaan fedha 😀

14/05/2022

LIVERPOOL HAVE WON THE FA CUP ON PENALTIES! 🏆

Liverpool fc into final by (5:2) aggregate
03/05/2022

Liverpool fc into final by (5:2) aggregate

Address

Adama City Highway
Addis Ababa
NOW

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sport family's posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share