Amii Kush Em

Portugal 🇵🇹marsaa itti aanutti darbeera✅
03/07/2026

Portugal 🇵🇹marsaa itti aanutti darbeera✅

 morigan Rogers kontiraata waggaa 5n mallatteessuuf dhuunfaan Arsenal waliin walii galeera!👍
23/06/2026


morigan Rogers kontiraata waggaa 5n mallatteessuuf dhuunfaan Arsenal waliin walii galeera!👍

💥Alvarez gaaffii nagadhiisaa gaaffi jettu Athileticof dhiyeessuus jarri garuu gadhiisuuf fedhii hinqaban.
23/06/2026

💥Alvarez gaaffii nagadhiisaa gaaffi jettu Athileticof dhiyeessuus jarri garuu gadhiisuuf fedhii hinqaban.

💥Fedhiin morgan Rogers Arsenal akka ta'e himaamaa jira!💥keessattuu Rice fi Sakan gurbicha akka amansiisaa jirantu himaam...
23/06/2026

💥Fedhiin morgan Rogers Arsenal akka ta'e himaamaa jira!
💥keessattuu Rice fi Sakan gurbicha akka amansiisaa jirantu himaamaa jira✅

💥The Special One akkuma kana dura mana warra mootii keessatti milkii baayyee horate ammas nimilkaawa jettanii yaadduu?mo...
22/06/2026

💥The Special One akkuma kana dura mana warra mootii keessatti milkii baayyee horate ammas nimilkaawa jettanii yaadduu?moo ni kasaara jettu?

Walhinfakkatanii?
21/06/2026

Walhinfakkatanii?

sagantaa Gabateewwan Arsenal💥
21/06/2026

sagantaa Gabateewwan Arsenal💥

Romeron man United n barbaadamaa jira𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦
09/06/2026

Romeron man United n barbaadamaa jira

𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦

isiniif mee eenyuun hiriirsifattu utuu sadanuu kilaba tokko keessa jiraatanii?
06/06/2026

isiniif mee eenyuun hiriirsifattu utuu sadanuu kilaba tokko keessa jiraatanii?

💥kilaboonnii waggaa dhufu kana maaliif akka dorgoman naaf hingalu!💥geebicha taanan Arsenaltu ChampiyoonsLiigii dabalatee...
05/06/2026

💥kilaboonnii waggaa dhufu kana maaliif akka dorgoman naaf hingalu!
💥geebicha taanan Arsenaltu ChampiyoonsLiigii dabalatee nyaata!

Noni Madueketu gaafa miira ibsannaa London keessatti dheengadda Arsenal fi deeggartoonni karaarra bahan dubbate!

𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦 kana akkamiin ilaaltu

Address

Finfinnee

Telephone

+251917447117

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amii Kush Em posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Amii Kush Em:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility?

Share